Darbiin Turkiyee Poolisoonni kuma 30 itti bobbaafaman galchii malee xumurame
AMN PLUS, Guraandhala 18, 2017 Darbii eegamaan Liigii Turkiyee eda galgala Galatasaaraayiin Fiinarbaachee keessummeesse galchii malee xumurame. Darbii eegamaan atakaaroon guutame kuni karaa nagaan akka gaggeeffamuuf dursee qaamolee nageenyaa kuma…