Konfiraansiin Ummataa sadarkaa biyyaalessaa magaalaa Hawaasaatti taa’amaa jira
AMN PLUS, Guraandhala 15, 2017 Konfiraansiin Ummataa sadarkaa biyyaalessaa magaalaa Hawaasaatti taa’amaa jira. Kutaaleen hawaasaa garaagaraa konfiraansicharratti hirmaachaa kan jiran yoo ta'uu, mata duree 'Waadaa hanga Aadeffannaa' jedhuun taa'amaa jira.…