Finfinneen yaa’ii idil-addunyaa qopheessuuf gahumsa olaanss akka qabdu irra deebiin mirkaneessiteetti- Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa

AMN PLUS Guraandhala 10, 2017 Magaalaan Finfinnee Yaa'ii Gamtaa Afriikaa milkiin keessummeessuun yaa'iiwwan idil-addunyaa gurguddoo qopheessuuf gahumsa olaanaa akka qabdu irra deebiin mirkaneessuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksise. Deetaan Ministiraa Tajaajila…

Continue ReadingFinfinneen yaa’ii idil-addunyaa qopheessuuf gahumsa olaanss akka qabdu irra deebiin mirkaneessiteetti- Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa

Baankiin Addunyaa ijaarsa sirna geejjibaa ammayyaa Finfinnee akka deeggaru ibse

AMN PLUS, Guraandhala 10, 2017 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Baankii Addunyaatti Itti Aantuu pireezidaantii Damee Bahaa fi Kibba Afrikaa Dooktar Viktooriyaa Kowaakowaa waliin marii bu'a qabeessa taasisuu ibsaniiru.…

Continue ReadingBaankiin Addunyaa ijaarsa sirna geejjibaa ammayyaa Finfinnee akka deeggaru ibse

MM Abiyyi Ahimad (Dr) MM Itti Aantuu UK Anjeelaa Reyiner waliin mari’atan

AMN PLUS, Guraandhala 10, 2017 Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiyi Ahimad Ministira Muummee Ittaantuu UK Anjeelaa Reeynar waliin mari’atan. Marii isaaniin dhimmoota ijoo gamlamee fi damee hedduu irratti marii bu’aa…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad (Dr) MM Itti Aantuu UK Anjeelaa Reyiner waliin mari’atan

Ministirri Muummee Itti Aantuu UK Anjeelaa Reyiner Inistituutii Artefishaal Intelijensii Itoophiyaa daawwatan

AMN PLUS- Guraandhala 10, 2017 Ministirri Muummee Itti aanaa Obbo Tamasgeen Xurunaan Ministira Muummee Itti Aantuu UK Anjeelaa Reyiner waliin Inistituutii Artefishaal Intelijensii Itoophiyaa daawwatan

Continue ReadingMinistirri Muummee Itti Aantuu UK Anjeelaa Reyiner Inistituutii Artefishaal Intelijensii Itoophiyaa daawwatan

Pirojektiin misooma qarqara laggeenii Inxooxxoo haga ammaatti lafa hektaara 300 misoomseera

AMN PLUS- Guraandhala 10, 2017 Jiilli Miseensota Mana Maree Magaalaa Finfinnee Af-Yaa'ii Mana Marichaa Aadde Buzeenaa Alkadiriin duurfamu Hojiilee Misoomaa Magaalichatti hojjatamaa jiran daawwate. Miseensonni Mana Marichaa Piroojaktii Misooma Qarqara…

Continue ReadingPirojektiin misooma qarqara laggeenii Inxooxxoo haga ammaatti lafa hektaara 300 misoomseera

Fooramiin Biiznasii Afrikaa 8ffaan Finfinneetti gaggeeffamu eegale

AMN PLUS, Guraandhala 10, 2017 Fooramiin Biiznasii Afrikaa 8ffaan magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera. Fooramicharratti Pireezidaantii FDRI Taayyee Atsiqasillaasee dabalatee qooda fudhattoonni Damee dhuunfaa, Ambaasaaddaroonni biyyoota garaagaraa, Dhaabbiilee Faayinaasii fi Bakka…

Continue ReadingFooramiin Biiznasii Afrikaa 8ffaan Finfinneetti gaggeeffamu eegale

Yaa’iin Gamtaa Afrikaa milkiin xumuramuu Humni Waloo Nageenyaa beeksise

AMN PLUS- Guraandhala 10, 2017 Yaa’ii Idileen Gamtaa Afrikaa 38ffaa fi Walga’ii Idilee 46ffaan Mana Maree Hojii Raawwachiiftuu milkiin xumuramuu Humni Waloo Nageenyaa beeksiseera. Nageenya Magaalaa Finfinnee caalmaatti cimsuun, Sochiin…

Continue ReadingYaa’iin Gamtaa Afrikaa milkiin xumuramuu Humni Waloo Nageenyaa beeksise

Manni Maree Ministirootaa Walga’ii Idilee 42ffaa geggeesseen murtoowwan dabarse

AMN PLUS- Guraandhala 10, 2017 Manni Maree Ministirootaa Walga'ii Idilee 42ffaa geggeesseen murtoo garaagaraa dabarseera. Manni marichaa walga’ii isaa kanaan Wixinee labsii Hoggansa Soda Balaa Itoophiyaarratti mar’ateera. Labsichi dhaabbatichatti sirna…

Continue ReadingManni Maree Ministirootaa Walga’ii Idilee 42ffaa geggeesseen murtoowwan dabarse