Yaa’iin Gamtaa Afriikaa milkaa’inaan akka xumuramuuf qophii gahaan taasifamuu Humni Waloo beeksise

AMN PLUSz Guraandhala 3, 2017 Yaa’ii 38ffaan Gamtaa Afrikaa fi Walga’ii 46ffaan Mana Maree Hoji Raawwachiistuu gamtichaa milkaa’inaan akka xumuramuuf Humni Waloo Nageenyaa fi Tasgabbii Biyyaalessaa qophii gahaa taasisuun hojiitti…

Continue ReadingYaa’iin Gamtaa Afriikaa milkaa’inaan akka xumuramuuf qophii gahaan taasifamuu Humni Waloo beeksise

Jijjiirama saffisaa Itoophiyaa humni lafa kanarraa dhaabuu danda’u hin jiru- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS- Guraandhala 03, 2017 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen sadarkaa ijaarsa Giddu Gala Konveenshinii "Addis international" daawwatan. Aadde Adaanech miidiyaa hawaasummaa isaaniin "Bara dabre yeroo kana yaadannoo injifannoo…

Continue ReadingJijjiirama saffisaa Itoophiyaa humni lafa kanarraa dhaabuu danda’u hin jiru- Kantiibaa Adaanech Abeebee

‘Abbaa Naamibiyaa’ kan jedhamaniifi har’a kan boqotan Saam Niyoomaan eenyu?

AMN PLUS- Gurraandhala 2/2017 Abbaa bilisummaa Naamibiyaa jedhamuun maqaan isaanii hawaasa addunyaa biratti beekama. Pirezidaantii jalqabaa Naamibiyaati. Saam Niyoomaan har'a umrii isaanii ganna 95tti du'aan addunyaa kanatti nagaa dhaammatan. Kun…

Continue Reading‘Abbaa Naamibiyaa’ kan jedhamaniifi har’a kan boqotan Saam Niyoomaan eenyu?

Daayrektarri IMF Yaadanoo Injifannoo Adwaa daawwatan

AMN PLUS- Guraandhala 2, 2017 Daayrektarri Olaantuu Dhaabbata Maallaqaa Addunyaa Kiristaaliinaa Joorjiyeev Yaadanoo Injifannoo Adwaa daawwataniiru. Daawwancharratti Ministirri Ministeera Maallaqaa Ahimad Shidee, Bulchaa Baankii Biyyaalessaa Maammoo Mihiretuu, Ministira Pilaanii fi…

Continue ReadingDaayrektarri IMF Yaadanoo Injifannoo Adwaa daawwatan

Pirojektoonni invastimantii kaappitaala Birrii bil. 93.5 galmeessan murtoo argataniiru-Pir. Shimallis Abdiisaa

AMN PLUS Guraandhala 2, 2017 Pirojktoonni invastimantii kuma 4 fi 366 kaappitaala Birrii biiliyoonaa 93.5 galmeessanii fi carraa hojii kuma 329 ol uumuu dand’an boordiif dhiyaachuun murtoo argachuu ibsan. Pireezidaanti…

Continue ReadingPirojektoonni invastimantii kaappitaala Birrii bil. 93.5 galmeessan murtoo argataniiru-Pir. Shimallis Abdiisaa

Pirojektoonni invastimantii kaappitaala Birrii bil. 93.5 galmeessan murtoo argataniiru-Pir. Shimallis Abdiisaa

AMN PLUS Guraandhala 2, 2017 Pirojktoonni invastimantii kuma 4 fi 366 kaappitaala Birrii biiliyoonaa 93.5 galmeessanii fi carraa hojii kuma 329 ol uumuu dand’an boordiif dhiyaachuun murtoo argachuu ibsan. Pireezidaanti…

Continue ReadingPirojektoonni invastimantii kaappitaala Birrii bil. 93.5 galmeessan murtoo argataniiru-Pir. Shimallis Abdiisaa

Oromiyaatti baatiiwwan ja’atti galiin Birrii biliyoona 94 ol walitti qabame

AMN PLUS Guraandhala 2, 2017 Naannoo Oromiyaatti baatiiwwan ja’an darban galiin Birrii Biliyoona 94 ol walitti qabamuun ibsame. Ji’oottan jahan darban humna sassaabbii galii naannichaa cimsuuf tarkaanfilee haaraa hojiirra oolchuu,…

Continue ReadingOromiyaatti baatiiwwan ja’atti galiin Birrii biliyoona 94 ol walitti qabame

Paartiin Badhaadhinaa olmaa Yaa’ii guyyaa 2ffaasaan ajandawwan ciccimoo irratti mari’ateera- Dr. Biqilaa Hurrisaa

AMN PLUS- Amajjii 24, 2017 Konfiraansiin Idilee Lammaffaa Paartii Badhaadhinaa Har'a Gaggeeffame Ajandaalee Adda Addaa Irratti Marii Bal'aa Erga Taasisee Booda Murteewwan Garagaraa Dabarsuu Itti Gaafatamaan Damee Qunnamtii Uummataafi Idil…

Continue ReadingPaartiin Badhaadhinaa olmaa Yaa’ii guyyaa 2ffaasaan ajandawwan ciccimoo irratti mari’ateera- Dr. Biqilaa Hurrisaa

Bakka bu’oonni Paartilee Obolummaa (Sister Party) adda addaa biyyoyta isaani bulchaa jiran yaa’ii idilee Paartii Badhaadhinaa irratti argamuun maal jedhani?

Bakka Bu’aa Paartii Jibuutii ’Djibouti Peoples Rally For Progress’  Bakka seenaa qabeessa Yaadannoo Ijifannoo Adawwaa fi mallattoo mo’ichaa irratti argmuun haasa’aa taasuu isaaniitiin gammachuu guddaan akka isaanitti dhagahame eeraniiru…

Continue ReadingBakka bu’oonni Paartilee Obolummaa (Sister Party) adda addaa biyyoyta isaani bulchaa jiran yaa’ii idilee Paartii Badhaadhinaa irratti argamuun maal jedhani?