Hojii qindoominaa hawaasa waliin hojjetameen nageenya Magaalaa Finfinnee amansiisaa ta’eera- Komishinar Geetuu Argaaw

AMN PLUS- Amajjii 21/2017 Komishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee gamaggama raawwii hojii ji'oota 6 bara baajataa 2017 gaggeessaa jira. Gamaggamichi bakka Komishinarri Komishinii Poolisii Magaalaa Finfinnee Geetuu Argaaw, itti Aantonni Komishinarootaa,…

Continue ReadingHojii qindoominaa hawaasa waliin hojjetameen nageenya Magaalaa Finfinnee amansiisaa ta’eera- Komishinar Geetuu Argaaw

Itoophiyaan biyyoota 13 annisaan walitti hidhuuf hojjetaa jirti- Pirezidaanti Taayyee Atsiqasillaasee

AMN PLUS- Amajjii 20, 2017 Itoophiyaan biyyoota Afriikaa 13 annisaa elektirikiin walitti hidhuuf hojjetaa jirti jedhan, Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaasee. Pirezidaanti Taayyeen yaa'ii humna annisaa haareffamanii Taanzaaniyaatti ta'amaa jirurratti hirmaachuun,…

Continue ReadingItoophiyaan biyyoota 13 annisaan walitti hidhuuf hojjetaa jirti- Pirezidaanti Taayyee Atsiqasillaasee

Baankiin Awaash qaxaleewwaan dorgommii kalaqaa injifatan shan badhaase

AMN PLUS- Amajjii 20/2017 Baankiin Awaash dorgommii dandeettii kalaqaa marsaa 2ffaa qopheesseen Qaxaleewwaan injifatan shaniif badhaasa birrii Kuma 200 haga Miliyoona 1 kennee. Baankichi Namoota Kuma 5 ol naannoolee biyyaatti…

Continue ReadingBaankiin Awaash qaxaleewwaan dorgommii kalaqaa injifatan shan badhaase

Fooyyessi imaammataa taasifame kufaatii diinagdee baraare- Ahimad Shiidee

AMN PLUS- Amajjii 20/2017 Jijjiiramaan booda fooyyessi imaammataa hojiirra oole kufaatii diinagdee baraaruu danda'uu Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideen ibsan. Jijjiiramaan dura hojmaanni Diinagdee sirnaan hogganamuu dhabuun rakkoo hamaa…

Continue ReadingFooyyessi imaammataa taasifame kufaatii diinagdee baraare- Ahimad Shiidee

Meeshaaleen sadarkaa gadi ta’an meetirik tooniin 900 ol gara biyyaa akka hinseenne dhorkame

AMN PLUS- Amajji 20/2017 Baatiiwwan jahan darban meeshaalee alaa galan irratti to'annoo gaggeeffaameen kanneen ulaagaa qulqullinaa kaa'ame hinguunne meetirik tooniin 932 akka hingalle dhorkamuun Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa…

Continue ReadingMeeshaaleen sadarkaa gadi ta’an meetirik tooniin 900 ol gara biyyaa akka hinseenne dhorkame

Itiyoo-Injinariing konkolaattoota elektirikaa oomishuuf karoorfateera- Ambaasaaddar Suleeyman Daddafoo

AMN PLUS- Amajjii 20/2017 Dhaabbatni Itiyoo-Injinariingi Giruup bara dhufuu eegalee konkolaattoota elektirikaa Itoophiyaa keessatti oomishuuf karoorfachuu Hojii raawwachiisaa olaanaan dhaabbatichaa Ambaasaaddar Suleeyimaan Daddafoon ibsan. Dhaabbatichi konkolaattoota humna elektirikaan socho’an biyya…

Continue ReadingItiyoo-Injinariing konkolaattoota elektirikaa oomishuuf karoorfateera- Ambaasaaddar Suleeyman Daddafoo