Namootni imaltoota fakkaachuun yakka goyyomsaa (Shuwaashuwaa) raawwachuun shakkaman 10 to’annoo jala oolfaman
AMN PLUS- Fulbaana 5/2018 Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Booleetti, Fulbaana 3 Bara 2018, namootni imaltoota fakkaachuun yakka goyyomsaa (Shuwaashuwaa) raawwachuun shakkaman 10 to'annoo jala oolfamanii qoratamaa akka jiran Qajeelchi Waliigalaa…