Hidhi Haaromsa Itoophiyaa pirojektii seenaa Itiyoophiyaa Jijjiireedha- Tajaajila Odeeffannoo fi Nageenya Biyyaalessaa
AMN PLUS- Qaammee 4/2017 Tajaajilli Odeeffannoo fi Nageenya Biyyaalessaa Hidhi Haaromsa Itiyoophiyaa pirojektii seenaa Itiyoophiyaa jijjiire ta’uu beeksise. Hidha Afrikaa keessaa guddaa ta’e kun humna lammiilee biyyattin ijaaramuun isaa xiinsammuufi…