Waloomni jabina keenya- Kantiibaa Adaanach Abeebee
AMN PLUS- Qaammee 2/2017 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee ayyaana bara haaraa sababeffachuun harka qalleeyyiif maaddii qoodaniiru. Kantiibaa Adaanach,tibba ayyaanaa qofaa osoo hin taane yeroo mara deeggarsi harka qalleeyyiif…