Itoophiyaafi Ijipt seenaa keessatti yeroo 20ffaaf har’a morkatu

AMN PLUS - Hagayya 30/2017 Gulaallii Waancaa Addunyaatiin morkiin Itoophiyaa fi Ijipt har'a taasisan sababoota hedduuf jaalattoota kubbaa miilaa biratti si'oominaan eegama. Biyyootno lameen Waancaa Afriikaa waloon hundeessani. Akkasumas hundeeffamaafi…

Continue ReadingItoophiyaafi Ijipt seenaa keessatti yeroo 20ffaaf har’a morkatu

Naannawaa baandaafi alagaan heddummatetti gahumsi waraanaa dirqama- MM Abiyyi Ahimad (Dr)

AMN PLUS- Hagayya 29/2017 Itoophiyaan naannawaa baandaafi alagaan heddummate kanatti gahumsa waraanaa ishee guddisuun dirqama ta'uu Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (Dr) himan. Dooktar Abiyyi Warshaa oomisha dirooniiwwan waraanaa AEROABAY…

Continue ReadingNaannawaa baandaafi alagaan heddummatetti gahumsi waraanaa dirqama- MM Abiyyi Ahimad (Dr)

Finfinnee jireenyaaf mijattuu taasisuuf hojiileen eegalaman cimanii itti fufu- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS - Hagayya 29/ 2017 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen hojiileen Finfinnee jireenyaaf mijattuu taasisuu cimanii itti fufu jedhan. Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (Dr) hojii misooma kooriidarii…

Continue ReadingFinfinnee jireenyaaf mijattuu taasisuuf hojiileen eegalaman cimanii itti fufu- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Itoophiyaan dirooniiwwan waraanaa “barbadeessanii badan” oomishuu eegalte

AMN PLUS - Hagayya 29/2017 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (Dr) milkaa’ina diinagdee Itoophiyaa dandeettii loltummaan cimsuufi deeggaruun barbaachisaadha jedhan. Dooktar Abiyyi Ahimad guyyaa har’aa sosochii hojii oomisha diroonii ‘AEROABAY’…

Continue ReadingItoophiyaan dirooniiwwan waraanaa “barbadeessanii badan” oomishuu eegalte

Teeknooloojii fi uumama wal sime- Singaapor

‎AMN PLUS- Hagayya 29/2017 ‎Guddinni fi ammayyummaan addunyaa uumama dhiibuun ijaarsa nam-tolcheetiin bakka buufamaa jira. ‎Faallaa kanaatiin garuu, biyyi xiqqoon odola taate Singaapoor uumama teeknooloojii wajjiin, qulqullina ammayyummaan wal-simsiisuun kan…

Continue ReadingTeeknooloojii fi uumama wal sime- Singaapor

Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Baankii Daldala Itoophiyaa injifatame

‎AMN PLUS - Hagayya 29/2017 ‎Tapha Gulaallii Shaampiyoons Liigii Afrikaa zoonii 'CECAFA' irratti tapha isaa jalqabaa kan taasise gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Baankii Daldala Itoophiyaa injifatamuun dorgommii isaa eegaleera. ‎Gareen…

Continue ReadingGareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Baankii Daldala Itoophiyaa injifatame

Raashiyaan loltootni biyyoota biroo Yuukireen keessatti akka bobbaafaman hin eyyemu jette

‎AMN LUS- Hagayya 29/2017 ‎Raashiyaan loltootni biyyoota biroo Yuukireen keessatti kan bobbaafaman taanaan akka hin simanne beeksiftee jirti. ‎Dubbi himtuun Ministeera Dhimma Alaa Raashiyaa Maariyaa Zaakihaaroovaa, hawaasni idil-addunyaa humnootni nageenyaa…

Continue ReadingRaashiyaan loltootni biyyoota biroo Yuukireen keessatti akka bobbaafaman hin eyyemu jette

Daldalli E-Komersii dorgomtummaa daldalaa Itoophiyaa cimsa – Kaasaahun Gofee (Dr.)

‎AMN PLUS- Hagayya 29/2017 ‎Dorgomtummaa daldala idil-addunyaa Itoophiyaa cimsuuf hirmaatonni damee daldala E-Komersii gahee olaanaa akka qaban Ministirri Daldalaa fi Walitti Hidhaminsa Naannoo Kaasaahun Gofee (Dr.) ibsaniiru. ‎ Torbeen Eksipoo…

Continue ReadingDaldalli E-Komersii dorgomtummaa daldalaa Itoophiyaa cimsa – Kaasaahun Gofee (Dr.)