Sirna Odeeffannoo cimaafi tokkummaa ardii jabeessu fayyadamuun miidiyaaleerraa eegama- Dr. Laggasaa Tulluu
AMN PLUS - Hagayya 21/2017 Sirna Odeeffannoo cimaafi tokkummaa ardii jabeessu fayyadamuun Afrikaa Badhaateefi dhaloota dhufuuf mijattuu ijaaruuf miidiyaaleen shoora gamasaanii gumaachuu akka qaban Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii Dr. Laggasaa Tulluu…