Finfinneetti tajaajilli geejjiba ummataa sirna kaffaltii dijitaalaan kennamuufi

‎AMN PLUS- Hagayya 10/2017 ‎Magaalaa Finfinneetti konkolaattonni tajaajila geejjiba ummataa kennan bara 2018 irraa eegalee sirna kaffaltii dijitaalaa akka eegalan Biiroon Geejjibaa Finfinnee beeksise. ‎Finfinnee magaalaa ismaartii taate ijaaruun tajaajila…

Continue ReadingFinfinneetti tajaajilli geejjiba ummataa sirna kaffaltii dijitaalaan kennamuufi

Itoophiyaan Shaampiyoonaa Biskileetii Dargaggoota Idil Addunyaa Liibiyaa Beengaaziitti adeemsifame injifatte

‎AMN PLUS-Hagayya 10/2017 ‎Gareen biyyaalessaa Itoophiyaa Shaampiyoonaa Biskileetii Dargaggoota Idil Addunyaa Liibiyaa Beengaaziitti adeemsifame olaantummaan injifate. ‎Gareen biyyaalessaa Itoophiyaa dorgommii kana irratti garee fi dhuunfaan hirmaachuun gosoota lamaan sadarkaa tokkoffaa…

Continue ReadingItoophiyaan Shaampiyoonaa Biskileetii Dargaggoota Idil Addunyaa Liibiyaa Beengaaziitti adeemsifame injifatte

Bara 2017tti turistoonni miiliyoona 10 ol Finfinnee daawwataniiru- Komishinii Turizimii Finfinnee

‎AMN PLUS - Hagayya 10/2017 ‎Hojiiwwan misoomaa Magaalaa Finfinneetti hojjetamaniin yaa'insi tuuristootaa dabaluun madda dinagdee magaalichaa guddisaa jirachuu Komishiniin Tuurizimii Finfinnee beeksise. ‎Komishinarri Komishinii Tuuriizimii Finfinnee Obbo Hundee Kabbadaa AMN…

Continue ReadingBara 2017tti turistoonni miiliyoona 10 ol Finfinnee daawwataniiru- Komishinii Turizimii Finfinnee

Goobee fi Shinooyyeen akkaataa Aadaa fi Safuu Oromoo ibsuun kabajamuu qaba- Abbootii Gadaa

AMN PLUS - Hagayya 10/ 2017 Taphni Goobee fi Shinooyyee akkaataa Aadaa fi Safuu Oromoo ibsuun ta'uu qaba jedhan Abbootiin Gadaafi Haadholiin Siinqee. Abbootiin Gadaa fi Haadhooliin Siinqee Tapha Goobee…

Continue ReadingGoobee fi Shinooyyeen akkaataa Aadaa fi Safuu Oromoo ibsuun kabajamuu qaba- Abbootii Gadaa

Manaajimeentiin Baankii Siinqee Kutaa Magaalaa Koyyee Facceetti biqiltu Ashaaraa Magariisaa dhaaban

AMN PLUS - Hagayya 10/2017 Miseensonni Manaajimeentiin Baankii Siinqee Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Koyyee Facceetti sagantaa Ashaaraa Magaariisaan biqiltuu dhaaban. Pirezdaantiin Baankii Siinqee Obbo Newaay Magarsaa Baankichi hojii idilee isaatiin…

Continue ReadingManaajimeentiin Baankii Siinqee Kutaa Magaalaa Koyyee Facceetti biqiltu Ashaaraa Magariisaa dhaaban

Goobee fi Shinooyyeen akkaataa Aadaa fi Safuu Oromoo ibsuun kabajamuu qaba- Abbootii Gadaa

AMN PLUS - Hagayya 10/ 2017 Taphni Goobee fi Shinooyyee akkaataa Aadaa fi Safuu Oromoo ibsuun ta'uu qaba jedhan Abbootiin Gadaafi Haadholiin Siinqee. Abbootiin Gadaa fi Haadhooliin Siinqee Tapha Goobee…

Continue ReadingGoobee fi Shinooyyeen akkaataa Aadaa fi Safuu Oromoo ibsuun kabajamuu qaba- Abbootii Gadaa

Pirojektiiwwan Arbaamincitti ijaaramaa jiran magaalattiin yaa’iiwwan gurguddoo akka keessummeessitu dandeessisa- MM Abiyyi Ahimad (Dr)

AMN PLUS - Hagayya 10/ 2017 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimd (Dr) Magaalaan Arbaaminci uumama isheen miidhagduudha jedhan. Dooktar Abiyyi Ahimd ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, yeroo dhiyootti wayita hojiilee…

Continue ReadingPirojektiiwwan Arbaamincitti ijaaramaa jiran magaalattiin yaa’iiwwan gurguddoo akka keessummeessitu dandeessisa- MM Abiyyi Ahimad (Dr)