Godina Shawaa Kibba Lixaatti lammiiwwan balaa lolaa laga Awaashiin miidhamaniif gargaarsi taasifamaa akka jiru himameera.

‎AMN PLUS- Hagayya 03/2017 ‎Naannoo Oromiyaa Godina Shawaa Kibba Lixaatti lammiiwwan sababaa lolaa laga Awaashiin miidhamaniif gargaarsi taasisamaa akka jiru himameera. ‎Lagni Awaash guutuun tibbana balaa lolaa qaqqabsiiseen Naannoo Oromiyaa…

Continue ReadingGodina Shawaa Kibba Lixaatti lammiiwwan balaa lolaa laga Awaashiin miidhamaniif gargaarsi taasifamaa akka jiru himameera.

‎‎Israa’el qeeqa hawaasni idil-addunyaa isheerratti dhiheesse hin fudhadhu jette

‎AMN PLUS- Hagayya 03/2017 ‎Israa'el Gaazaa to'achuuf karoora baaste hordofee qeeqaafi balaaleffanna sadarkaa idil-addunyaatti ishee mudate hin fudhadhu jette. ‎Mormii fi balaaleffannaa kanneeniif gurra osoo hin laatin karoora ishee akka…

Continue Reading‎‎Israa’el qeeqa hawaasni idil-addunyaa isheerratti dhiheesse hin fudhadhu jette

Nageenya Waaraa mirkaneessuuf milkaa’inaan hojjetamaa akka jiru Ministirri Nageenyaa Mahaammad Idiris ibsan.

‎AMN PLUS- Hagayya 3/2017 ‎Nageenya Waaraa fiduuf milkaa'inaan hojjetamaa akka jiru Ministirri Nageenyaa Mahaammad Idiris himaniiru. ‎Ministirichi Naannolee hunda fi bulchiinsa magaalota lamaanuu irraa hooggantoota qaamolee nageenyaa walitti dhufan waliin…

Continue ReadingNageenya Waaraa mirkaneessuuf milkaa’inaan hojjetamaa akka jiru Ministirri Nageenyaa Mahaammad Idiris ibsan.

‎Tiraamp akkaataa lola Yuukireen dhaabuun danda’amu irratti Putiin waliin mari’achuuf beellama qabatan

‎AMN PLUS- Hagayya 03/2017 ‎Pirezidaantiin Ameriikaa Doonaald Traampi Yuukireenitti waliigaltee dhukaasa dhaabuuf akkaataa danda'amu irratti Prezidaantii Raashiyaa Viladmiir Puutiin waliin Alaaskaatti marii eegaluuf akka jedhan ibsaniiru. ‎Hooggantoonni lamaanuu qaamaan wal-arganii…

Continue Reading‎Tiraamp akkaataa lola Yuukireen dhaabuun danda’amu irratti Putiin waliin mari’achuuf beellama qabatan

Misoomni qarqara laggeenii, Finfinneef boqonnaa seenaa haaraa kan baneedha- Obbo Tamasgeen Xurunaa

AMN PLUS- Hagayya 03/2017 Misoomni kooriidariifi qarqara laggeenii, Finfinneef boqonnaa haaraa kan banan ta'uu Itti Aanaan Ministira Muummee FDRI Obbo Tamasgeen Xurunaa himan. Misoomni bal'aan adeemsifamaa jiran kunniin, misiraachoo olka'iinsa…

Continue ReadingMisoomni qarqara laggeenii, Finfinneef boqonnaa seenaa haaraa kan baneedha- Obbo Tamasgeen Xurunaa

Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) Misooma Qarqara Laggeenii Finfinnee daawwatan

AMN PLUS- Hagayya 02/2017 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (Dr) Miseensota Mana Maree Paartii Badhaadhinaa waliin ta'uun adeemsa hojii misooma qarqara laggeenii Finfinnee daawwataniiru. Dooktar Abiyyi Ahimad ergaa miidiyaa hawaasummaa…

Continue ReadingMinistirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) Misooma Qarqara Laggeenii Finfinnee daawwatan

Shakkamtoota yakka sharafa seeraan alaa irratti bobba’an herregni baankiisaanii dhorkame

AMN PLUS- Hagayya 02/2017 Shakkamtootni 138 karaa seeraan alaan yakka sharafa maallaqa biyyoota alaa irratti bobba'uun shakkaman herregni baankiisaanii dhorkamuu Tajaajilli Nageenya Faayinaansii beeksise. Tajaajilichi ibsa AMN'f ergeen sirna baankii…

Continue ReadingShakkamtoota yakka sharafa seeraan alaa irratti bobba’an herregni baankiisaanii dhorkame

Israa’el Gaazaa dhuunfachuuf murteessuu hordofe hawaasni idil-addunyaa maal jedhe?

AMN PLUS- Hagayya 02/2017 Manni Maree Nageenyaa Israa’el Waraana Gaazaa goolabuuf magaalattii guutummaan dhuunfachuutu fala jedhee murteessuun ni yaadatama. Murtoo kana hordofees dureewwan biyyoota addunyaafi dhaabbileen garaagaraa ejjennoo isaanii dhageessisuun,…

Continue ReadingIsraa’el Gaazaa dhuunfachuuf murteessuu hordofe hawaasni idil-addunyaa maal jedhe?

‎Jarmaniin meeshaa waraanaa Israa’eliif dhiheessitu akka dhaabdu beeksiste

‎AMN PLUS- Hagayya 02/2017 ‎Jarmaniin meeshaalee waraanaa gara Israa’elitti ergitu duula Gaazaatti fayyadamuu dandeessi waan taheef akka dhaabuuf jirtu Chaansilarri biyyattii Fireediriik Merz beeksisaniiru‎ ‎Chaansilar Merz kana kan ibsan karoora…

Continue Reading‎Jarmaniin meeshaa waraanaa Israa’eliif dhiheessitu akka dhaabdu beeksiste