Ardiin Eshiyaa ho’a olaanaafi rooba cimaadhan qoramaa jirti ‎

‎ AMN PLUS- Adooleessa, 29/2017 ‎Haalli jijjiirama qilleensaa Addunyaa irratti mul'ataa kan jiru biyyoota Eshiyaatti ammo bifa garaagaraatiin jijjirama jira. ‎Ardiin Eshiyaa ho’a olaanaafi rooba guddaadhan qoramaa jirtii. ‎Jaappaanittis haala…

Continue ReadingArdiin Eshiyaa ho’a olaanaafi rooba cimaadhan qoramaa jirti ‎

Sirni daldalaa biyyoota ulaa galaanaa hin qabne daangessu fooyya’uu akka qabu Antooniyoo Guutareez ibsan

‎ AMN PLUS- Adooleessa, 29/2017 ‎Sirni daldalaa hirmaannaa biyyoota ulaa galaanaa hin qabne daangessu fooyya'uu akka qabu Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez ibsan. ‎Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii yaa'ii biyyoota…

Continue ReadingSirni daldalaa biyyoota ulaa galaanaa hin qabne daangessu fooyya’uu akka qabu Antooniyoo Guutareez ibsan

Daandiin Qilleensa Itoophiyaa bara baajata 2017tti Doolaara biiliyoona 7.6 argate

‎AMN PLUS- Adooleessa 29/2017 ‎Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa bara baajataa kana keessa galii Doolaara biiliyoona 7.6 argachuu isaa Hojii raawwachisaa Olaanaan daandichaa obbo Masfin Taasawu himaniiru. ‎Hojii raawwachiisaa olaanaa kun raawwii…

Continue ReadingDaandiin Qilleensa Itoophiyaa bara baajata 2017tti Doolaara biiliyoona 7.6 argate

Qondaaltonni Israa’el Duraanii dhibbaan lakkaa’aman Tiraamp waraana Gaazaa akka dhaabsisan gaafatan.

‎AMN PLUS- Adoolessa 29/2017 ‎Qondaaltonni Israa’el duraanii dhibbaan lakkaa’aman Tiraamp waraana Gaazaa akka dhaabsisan waamicha dhiyeesaaniiru. ‎Hoggantoota dhaabbilee nageenyaa Israa’el duraanii dabalatee gareen qondaaltota nageenyaa soorama bahan 600 ta’an, Pirezidaantii…

Continue ReadingQondaaltonni Israa’el Duraanii dhibbaan lakkaa’aman Tiraamp waraana Gaazaa akka dhaabsisan gaafatan.

Hooggantoonniifi hojjettoonni AMN sagantaa ashaaraa magariisaatin giddugala biqiltoota Gullalleetti biqiltuu dhaaban

‎AMN PLUS- Adoolessa 29/2017 Hooggantoonnii fi ‎hojjettoonni AMN sagantaa ashaaraa magariisaa baranaa 'dhaabuun bayyanachuudha' mata duree jedhuun giddugala biqiltoota Gullalleetti biqiltuu dhaabaniiru. ‎Misooma ashaaraa magariisaa lammiilleen biyyaatti xiqqaa hanga guddaatti…

Continue ReadingHooggantoonniifi hojjettoonni AMN sagantaa ashaaraa magariisaatin giddugala biqiltoota Gullalleetti biqiltuu dhaaban

Shakkamtoonni qaamolee Kabachiisa Dambii irratti yakka reebichaa raawwachuun shakkaman to’annoo jala oolan

‎AMN PLUS- Adoolessa 29 /2017 ‎Hojjettonni Abbaa Taayitaa Kabachiisa Dambii Finfinnee hojiirra jiran yakka reebichaa raawwataniiru jedhamuun qaamolee shakkaman to'annoo jala oolchuun poolisiin qorannoo adeemsisaa akka jiru Qajeelchi Olaanaa Poolisii…

Continue ReadingShakkamtoonni qaamolee Kabachiisa Dambii irratti yakka reebichaa raawwachuun shakkaman to’annoo jala oolan

Dhaabbileen amantaa nagaa waaraa fiduuf gumaacha akka qaban Manni Maree Dhaabbilee Amantaa Itoophiyaa ibse.

‎AMN PLUS- Adoolessa 28/2017 ‎Yaa'iin Nagaa Mana Maree Dhaabbilee Amantaa Itoophiyaa mata duree ''Amantaaleen Nagaa, Tokkummaa fi Obbolummaa'' jedhuun magaalaa Hararitti gaggeeffamaa jira. ‎Barreessaan olaanaa Mana Maree Dhaabbilee Amantaa Itoophiyaa…

Continue ReadingDhaabbileen amantaa nagaa waaraa fiduuf gumaacha akka qaban Manni Maree Dhaabbilee Amantaa Itoophiyaa ibse.

Yamanitti bidiruun qarqara galaanaatti dhidhimte lubbuu godaantoota 68 ol galaafatte

AMN PLUS- Adoolessa 28/2017 Bidiruun godaantoota 157 fe’attee imalaa turte Yaman qarqara galaanaatti qilleensa hamaa ishee mudateen dhidhimtee lubbuu namoota 68 olii galaaffatte. Bidiruun kun Kibba Yaman iddoo Abiyaan jedhamutti…

Continue ReadingYamanitti bidiruun qarqara galaanaatti dhidhimte lubbuu godaantoota 68 ol galaafatte

Tajaajila Awutoobisii guddina Magaalaa Finfinnee gitu kennuuf hojjechaa akka jiru Dhaabbaticihi beeksise

AMN PLUS- Adoolessa 28/2017 Dhaabbanni tajaajila Awutoobisii Magaalaa Finfinnee tajaajila Awutoobisii guddina magaalichaa gitu kennuuf hojjechaa jiraachuu beeksise. Finfinneetti guyyaatti Lammiileen miiliyoona tokkoo ol tajaajila geejjibaa Awutoobisii argachaa jiraachuu kan…

Continue ReadingTajaajila Awutoobisii guddina Magaalaa Finfinnee gitu kennuuf hojjechaa akka jiru Dhaabbaticihi beeksise