Atletksii ummanni abdii irraa dhabaa dhufe jijjiiruuf nan hojjedha- Atileet Komaander Silashii Sihin

AMN- Mudde 10/2017 Filannoo Pirezdaantummaa Federeeshinii Atileetiksii Itoophiyaa irratti Oromiyaa bakka bu'ee dorgomaa kan jiru Atileet Komaander Silashii Sihin Atletksii ummanni abdii irraa dhabaa dhufe jijjiiruuf nan hojjedha jedhe. AMN…

Continue ReadingAtletksii ummanni abdii irraa dhabaa dhufe jijjiiruuf nan hojjedha- Atileet Komaander Silashii Sihin

Dandeettii galii sassaabuu magaalatti guddisuun gaaffilee misoomaa ummatni kaasu deebisuuf tattaaffiin taasifamaa jira – Biiroo Galiiwwanii Maaalaa Finfinnee

AMN - Muddee 9/2017 Dandeettii galii sassaabuu Magaalaa Finfinnee guddisuun gaaffilee misoomaa ummatni kaasu deebisuuf tattaaffiin taasifamaa jiraachuusaa Biiroon Galiiwwan Bulchiinsa Magaalichaa beeksise. Biiroon Galii Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee bara baajataa…

Continue ReadingDandeettii galii sassaabuu magaalatti guddisuun gaaffilee misoomaa ummatni kaasu deebisuuf tattaaffiin taasifamaa jira – Biiroo Galiiwwanii Maaalaa Finfinnee

Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee fi bulchiinsa Magaalaa Shaggar hojii nagaa fi tasgabbii eeguu waliin hojjetaniin nagaa magaalattii eeguun danda’ame

AMN - Muddee 10/2017 Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee fi bulchiinsa Magaalaa Shaggar hojii nagaa fi tasgabbii waliin hojjetaiin nagaan magaalattii eeggamuu akka danda’ame hoggantuun Biiroo Bulchiinsa Nageenyaa fi Tasgabbii Magaala Finfinnee…

Continue ReadingBulchiinsi Magaalaa Finfinnee fi bulchiinsa Magaalaa Shaggar hojii nagaa fi tasgabbii eeguu waliin hojjetaniin nagaa magaalattii eeguun danda’ame

Bakka Bu’oota Kutaalee hawaasaa 7020 keessaa har’a namoonni 320 ni filamu

AMN – Muddee 10/2017 ‎ Komishinii Marii Biyyoolessaatti Marii Naannoo Oromiyaatti taasifamuuf bakka bu'oota kutaalee hawaasaa 7020 keessaa har'a namoonni 320 ni kan filataman ta’uun ibsame. ‎Waltajjiin ajandaa marii walitti…

Continue ReadingBakka Bu’oota Kutaalee hawaasaa 7020 keessaa har’a namoonni 320 ni filamu

Dhimmoota biyyaa irratti waliin dhaabbachuun baratamuu qaba – Obbo Girmaa Seefuu

AMN - Muddee 9/2017 Faayidaa biyyaaf jecha garaagarummaa jiru dhiphisuun dhimmoota biyyoolessaa irratti waliin dhaabbachuun baratamuu akka qabu miseensi hojii raawwachiisaa Paartii Izeemaa Obbo Girmaa Seefuu ibsan. Obbo Girmaa Seefuu…

Continue ReadingDhimmoota biyyaa irratti waliin dhaabbachuun baratamuu qaba – Obbo Girmaa Seefuu

Oromiyaatti Pirojektiin funca Sona qamadii haala qilleensaa dandamatu ifoome

AMN- Mudde 08/2017 Biiroon Qonnaa Oromiyaa pirojektii funca Sona qamadii haala qilleensaa dandamatu bakka qooda fudhattoonni Federaalaafi Naannoo Oromiyaa argamanitti ifoomse. Pirojektiin kun waggoota shaniif Godinaalee Oromiyaa 8, Aanaalee 38…

Continue ReadingOromiyaatti Pirojektiin funca Sona qamadii haala qilleensaa dandamatu ifoome

Adiimoolaa Luukmaan taphataa cimaa Afriikaa 2024 jedhamuun filame

AMN- Mudde 08/2017 Taphataan lammii Naayijeeriyaa kilaba Atalaantaa Adiimoolaa Luukmaan taphataa cimaa Afriikaa 2024 jedhamuun filame. Badhaasni urjiiwwan Afriikaa 2024 Morookoo Maaraakeeshitti geggeeffameera. Badhaasicha irratti Pirezidaantiin FIFA Jiyaanii Infaantiinoofi Pireezidaantiin…

Continue ReadingAdiimoolaa Luukmaan taphataa cimaa Afriikaa 2024 jedhamuun filame