Kalaquufi Saffisa Itti fufiinsa qabuun hojjechuun badhaadhina Itoophiyaa ni mirkaneessina- Kantiibaa Adaaneech Abeebee
AMN PLUS-Sadaasa 18/2018 Sirna goolaba Leenjii Hoggansa Paartii Badhaadhinaa mata duree "Ilaalchi Mootummaa Ida'amuu Guddina Dameelef" jedhuu irratti Kantiibonniifi Pirezidaantonni naannolee cuunfaa leenjichaa ilaalchisee ergaawwan gara garaa dabarsaniiru. Kantiibaa Bulchiinsa…