Irreechi UNESCO’tti galmaa’uuf adeemsarra jira- Abbaa Gadaa Goobanaa Holaa
AMN PLUS - Fulbaana 11/2018 Ayyaanni Galateeffannaa, Tokkummaafi Araaraa ta'e Irreechi UNESCO'tti galmaa'uuf adeemsarra jira jedhan Abbaan Gadaa Tuulamaa Goobanaa Holaa. Ayaanni Irreechaa kun Magaalaa Finfinnee keessatti hanga bara 1904'tti…