Duudhaan Oromoo dhugaa fida, dhugaan nagaa fida- Abbaa Gadaa Finfinnee Sabbooqaa Lataa
AMN PLUS- Hagayya 08/2017 Manni Murtii Aadaa duudhaa Oromootiin haqa baasuun nama walitti araarsa, dhugaadhaan kan araarame ammoo fira cimaa waliif ta'uun nagaan waliin jiraata jedhan Abbaan Gadaa Finfinnee Sabbooqaa…