Kantiibaa Adaanech Abeebee ajandaalee Biyyalessa gurguddoo hawaasni waliigalee hojjete keessa inni guddaan hojii ashaaraa magariisaa ta’uu ibsan
AMN PLUS- Adoolessa 24/2017 Kantiibaa Adaanech Abeebee ajandaalee Biyyalessa gurguddoo hawaasni waliigalee hojjete keessa inni guddaan hojii ashaaraa magariisaa ta’uu ibsaniiru Kantiibaa Adaanech Abeebee sagantaa ashaaraa magariisaa guyyaa tokkoo qorqara…