Tibba ayyaanaa daballiin gatiifi tasgabbaa’uu dhabuun gabaa akka hin uumamne xiyyeeffannoon ni hojjetama- Kantiibaa Adaanech Abeebee
AMN PLUS - Hagayya 28/2017 Tibba ayyaanaa daballiin gatiifi tasgabbaa'uu dhabuun gabaa akka hin uumamne xiyyeeffannoon akka hojjatamu Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee ibsaniiru. Naannoo waajjira Gamtaa Afrikaa fi…