Shakkamtootni maallaqa sobaa biyya alaa qabatanii socho’aa turan afur to’atamuu Poolisiin beeksise
AMN PLUS- Sadaasa 17/2018 Shakkamtootni maallaqa sobaa biyya alaa qabatanii socho'aa turan afur to'atamuu Qajeelchi Waliigalaa Poolisii Magaalaa Finfinnee beeksiseera. Namootni Bariwaa Kabbadaa, Saamu'eel Mulugeetaa, Mulaat Abbaayiifi Jaakoo Peenzoo jedhaman…