Finfinneetti tajaajila daldalaa dijitaalessuun, gabaa tasgabbesseera- Biiroo Daldalaa

AMN PLUS- Amajjii 6/2018 Kenniinsa tajaajila daldalaa dijitaalessuun gama maraan gabaa tasgabbeessuun akka danda’ame Hoggantuun Biiroo Daldalaa Magaalaa Finfinnee Aadde Habiibaa Siraaj ibsan. Biiroon Daldalaa Magaalaa Finfinnee raawwii hojii Ji'oottan…

Continue ReadingFinfinneetti tajaajila daldalaa dijitaalessuun, gabaa tasgabbesseera- Biiroo Daldalaa

Finfinnee kutaalee magaalaa hundatti oomishni gahaan dhihaateera- Obbo Jaanxiraar Abbaay

AMN PLUS- Mudde 24/2018 Ayyaana Yaadannoo Dhalachuu Yesuus Kiristoos kan bara 2018 sababeeffachuun, Finfinnee Kutaa magaalaa Aqaaqii Qaallittitti Baazaariifi Igziibishiniin ifatti eegaleera. Saganticha kan eegalchiisan Kantiibaa Itti Aanaafi Hoogganaan Biiroo…

Continue ReadingFinfinnee kutaalee magaalaa hundatti oomishni gahaan dhihaateera- Obbo Jaanxiraar Abbaay

‎Finfinneetti sirna Daldalaa keessaa faddaaltota baasuun oomishtootaa fi shamattoota fayyadamoo taasisaa jiraachuun ibsame

‎AMN PLUS- Mudde 24/2018 ‎Hoggantuun Itti Aantuu Biiroo Hojii fi Ogummaa Magaalaa Finfinnee Aadde Daagimaawwit Girmaa "Finfinnee keessatti gabaa tasgabbeessuuf oomisha qulqullina isaa eeggateefi faddaaltota bu'aa hin malleef hojjatan jidduu…

Continue Reading‎Finfinneetti sirna Daldalaa keessaa faddaaltota baasuun oomishtootaa fi shamattoota fayyadamoo taasisaa jiraachuun ibsame

WTO’tti makamuuf mariiwwan baatiiwwan torban darban keessa gaggeeffaman milkaa’oo turan- Obbo Tamasgeen Xurunaa

AMN PLUS- Mudde 2/2018 Dhaabbata Daldalaa Addunyaatti makamuuf mariiwwan baatiiwwan torban darban keessa gaggeeffaman milkaa’oo turan jedhan Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaa. Waltajjiin marii adeemsa miseensummaa Dhaabbata Daldalaa…

Continue ReadingWTO’tti makamuuf mariiwwan baatiiwwan torban darban keessa gaggeeffaman milkaa’oo turan- Obbo Tamasgeen Xurunaa

Giddugaloonni gabaa ammayyaa Finfinnee qaala’iinsa gabaa tasgabbeessa

AMN PLUS- Sadaasa 17/2018 Giddu galoonni gabaa Finfinneetti ijaaraman qaala'iinsa jireenyaa tasgabbeessuu keessatti gaheen isaanii olaanaa ta'uu hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa dubbatan. Hoggantoonni Giddugala gabaa Laaftoo daawwataan Yaada AMN PLUS'f kennaniin,…

Continue ReadingGiddugaloonni gabaa ammayyaa Finfinnee qaala’iinsa gabaa tasgabbeessa

Faayidaan Itoophiyaa al-ergii midhaan dheedhiifi Zayitaan akka mirkanaa’u hojjatamaa jiraachuu ibsame

AMN PLUS - Sadaasa 9/2018 Ministeerri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Obbo Kaasaahun Gofee konfiransii midhaan dheedhii fi dibataa Ergitoota Midhaan deedhiifi dibataa Itoophiyaafi Ministeera Daldalaafi Walitti-hidhamiinsa Naannawaatiin qophaa’erratti ergaa dabarsaniiru.…

Continue ReadingFaayidaan Itoophiyaa al-ergii midhaan dheedhiifi Zayitaan akka mirkanaa’u hojjatamaa jiraachuu ibsame

AMN fi Biiroon Daldalaa Finfinnee waloon hojjechuuf waliigaltee mallatteessan

AMN PLUS- Sadaasa 5/2018 Waliigalteen AMN waliin mallattaa'e hawaasa daldalaafi shamattoota bira gahuuf carraa guddaa ta'uu Hoggantuun Biiroo Daldalaa Magaalaa Finfinnee Aadde Habiibaa Siraaj himan. Biiroon Daldalaa Magaalaa Finfinnee AMN…

Continue ReadingAMN fi Biiroon Daldalaa Finfinnee waloon hojjechuuf waliigaltee mallatteessan

Daldala taarifarraa bilisaa fayyadamuun, waljijjiirraa daldala naannawaa guddisa- Wiliyaam Ruutoo

‎AMN PLUS- Sadaasa 3/2018 ‎Daldala naannawaa saffisaa taasisuuf gufuuwwan taarifaa dhabamsiisuuf tarkaanfii hatattamaa fudhatamuun akka barbaachisu Pirezidaantiin Keeniyaa Wiliyaam Ruutoon ibsan. ‎Agarsiisni daldalaa (EAC MSME) 25ffaan Naayiroobiitti adeemsifamaa kan jiru…

Continue ReadingDaldala taarifarraa bilisaa fayyadamuun, waljijjiirraa daldala naannawaa guddisa- Wiliyaam Ruutoo