Itoophiyaan daldala bilisaa Afriikaatiin yeroo jalqabaaf oomisha erguu eegalte

‎AMN Plus- Fulbaana 29/2018 ‎Itpophiyaan har'a irraa jalqabdee Naannawa daldala bilisaa Afriikaa AfCFTA jalatti oomisha biyyoota Afriikaaf erguu eegalte. Sirna jalqabbii kana irratti Sadarkaa Ministira Muummee Itti Aaanaatti Qindeessaan Giddugala…

Continue ReadingItoophiyaan daldala bilisaa Afriikaatiin yeroo jalqabaaf oomisha erguu eegalte

Gaaziin Uumamaa Faayidaa Industirii fi konkolaataaf akkamiin oola?

AMN PLUS- Fulbaana 29/2018 Itoophiyaan Naannoo Somaalee bakka Kaalub jedhamutti Warshaa Oomisha Gaazii Uumamaa Ogaaden waggaatti gaazii uumamaa liitira Miliyoona 100 fi Miliyoona 11 oomishuu danda’u torban darbe keessa eebbisiisteetti.…

Continue ReadingGaaziin Uumamaa Faayidaa Industirii fi konkolaataaf akkamiin oola?

Milkaa’inni damee anniisaan Itoophiyaatti galmaa’e fakkeenya hojii hooggansa qindaa’aati- Forbes

AMN Plus- Fulbaana 28/2018 Saaliim Alii, Saayintistii Yuunivarsitii Dalawaare yoo ta’an, barreeffama barruu Forbes irratti maxxansiisaniin, hooggansi mootummaa qindoomina qabu hojii kamiyyuu galmaan ga’uu irraa duubatti akka hin jenne, Itoophiyaan…

Continue ReadingMilkaa’inni damee anniisaan Itoophiyaatti galmaa’e fakkeenya hojii hooggansa qindaa’aati- Forbes

Maallaqa kaffalaa gibiraan biyya ijaaraa jirra- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

‎AMN Plus - Fulbaana 28/2018 ‎Galii kaffaltoota gibiraa amanamoo irraa argamuun biyyi ijaaramaa jirti jechuun Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) dubbatan. ‎Dooktar Abiyyi sirna beekantii fi badhaasaa kaffaltoota gibiraa amanamoo…

Continue ReadingMaallaqa kaffalaa gibiraan biyya ijaaraa jirra- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

MM Abiyyi Ahimad (PhD) Kaffaltoota Gibiraa Amanamoof beekamtii kennan

AMN PLUS- Fulbaana 27/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) sagantaa beekamtii kaffaltoota gibiraa amanamoo marsaa 7ffaan lammiilee badhaafamaniif ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru. Ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin "Bara darbe…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad (PhD) Kaffaltoota Gibiraa Amanamoof beekamtii kennan

Qabeenya uumamaatti fayyadamuun guddina keenya mirkaneessaa jirra- Pirezidaanti Taayyee Atsiqasillaasee.

‎AMN PLUS-Fulbaana 26/2018 ‎Qabeenya uumamaa qabnutti fayyadamuun pirojektiiwwan gurguddoon bara darbe hojjetaman jijjiirama ariifataa Itooophiyaan galmeessaa jirtu akka mirkaneessaa jiru Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen ibsan. ‎Mootummaan bara 2017 Mootummaan waggootaaf…

Continue ReadingQabeenya uumamaatti fayyadamuun guddina keenya mirkaneessaa jirra- Pirezidaanti Taayyee Atsiqasillaasee.

Mootummaan bara 2018tti guddina diinagdee dhibbantaa 9 galmeessisuuf karoorfateera

AMN PLUS- Fulbaana 26/2018 Mootummaan Itoophiyaa bara bajata 2018tti guddina diinagdee dhibbantaa 9 galmeessisuuf karoorfachuu Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen himan. ‎Manni Maree Federeeshinii fi Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa Itoophiyaa…

Continue ReadingMootummaan bara 2018tti guddina diinagdee dhibbantaa 9 galmeessisuuf karoorfateera

Magaalaan Shaggariifi Warshaan Daangotee waliin hojjachuuf sanada waliigaltee mallatteessan

AMN PLUS- Fulbaana 12/2028 Magaalaan Shaggariifi Daangotee Itoophiyaa magaalichatti warshaa simmintoo babal’isuuf sanada waliigaltee mallatteessaniiru. Sadarkaa Itti Aanaa Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Kantiibaa Magaalaa Shaggar Tashoomaa Addunyaa (Dr.) fi Itoophiyaatti…

Continue ReadingMagaalaan Shaggariifi Warshaan Daangotee waliin hojjachuuf sanada waliigaltee mallatteessan

Bu’aa gaarii guddina biyya keenyaaf bu’uura ta’e argaa jirra- Obbo Ahimad Shidee

‎AMN PLUS- Qaammee 3/2017 ‎Jijjiiramni Itoophiyaan damee hunda keessatti galmeessite ol ka'insa biyyattii akka agarsiisu Ministirri Maallaqaa Obbo Ahimad Shidee ibsaniiru. ‎Qaammee 3 Guyyaan Milkaa’inaa, "Milkaa'inni ol ka'insa waaraaf "mata…

Continue ReadingBu’aa gaarii guddina biyya keenyaaf bu’uura ta’e argaa jirra- Obbo Ahimad Shidee