Itoophiyaan oomishaalee alaa galaa turan kan biyya keessan bakka buusuun hirkatummaa hir’isaa jirti- Waajjira Ministira Muummee

AMN PLUS - Mudde 25/2018 Qaama ce’umsa diinagdee Itoophiyaa kan ta’e hojiin misooma Indaastirii kalaqa saffisiisuun oomishtoota biyya keessaa cimsaa jira jedhe Waajjirri Ministira Muummee. Hojiin misooma Indaastirii kalaqa saffisiisuun…

Continue ReadingItoophiyaan oomishaalee alaa galaa turan kan biyya keessan bakka buusuun hirkatummaa hir’isaa jirti- Waajjira Ministira Muummee

Qabeenya buna Itoophiyaa beeksisuuf miidiyaan gahee olaanaa akka qabu ibsame

AMN PLUS- Mudde 23/2018‎‎Qabeenya buna Itoophiyaa, aadaafi duudhaa baroota dheeraaf hawaasni waliin qabu gabaa Tuurizimii addunyaa keessatti dorgomaa akka ta'uuf deeggaruu keessatti gaheen miidiyaalee Olaanaa ta’uu ibsameera.‎‎Firoomaa yeroo dheeraa hawaasni…

Continue ReadingQabeenya buna Itoophiyaa beeksisuuf miidiyaan gahee olaanaa akka qabu ibsame

Mala ammayyaatiin dameen Qonnaa Itoophiyaa jijjiiramaa jira- Waajjira Ministira Muummee

AMN PLUS- Mudde 20/2018 Itoophiyaatti malli qonnaa ammayyaa bara 2010 as hojiirra oole damee qonnaa jijjiiraa jiraachuu Waajjirri Ministira Muummee beeksise. Waajjirichi "Mekaanaayizeeshiniin qonnaa, oomishtummaa guddisuun, bu'a-qabeessummaa dabaleera, akkasumas haala…

Continue ReadingMala ammayyaatiin dameen Qonnaa Itoophiyaa jijjiiramaa jira- Waajjira Ministira Muummee

Itoophiyaan Imala Badhaadhinaa Misooma Magariisaan milkaa’e Irratti argamti – Obbo Tamasgeen Xurunaa

‎AMN PLUS-Mudde 18/2018 ‎Itoophiyaan imala badhaadhinaa bu’a qabeessa misooma magariisaa irratti hundaa’e hordofaa akka jirtu Ministirri Muummee Itti Aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaa ibsan. ‎Torbeen "Sochii Faalama Qilleensaa Hir’isu (Green Mobility…

Continue ReadingItoophiyaan Imala Badhaadhinaa Misooma Magariisaan milkaa’e Irratti argamti – Obbo Tamasgeen Xurunaa

Qala’insa jireenyaa dijiitii baaqqeetti gad-buusuuf galma qabame milkeessuuf waloon hojjetamaa jira –Obbo Awwaluu Abdii

AMN PLUS – Mudde 16/2018 Galma mootummaan ka'ame keessaa qala'insa jireenyaa hir'isuu milkeessuuf Waldaaleen Hojii gamtaa, Oomishtoonni, Shamatoonnii fi Qaamoleen dhimmi ilaalu martuu gahee irraa eegamu bahuu akka qaban Komishiniin…

Continue ReadingQala’insa jireenyaa dijiitii baaqqeetti gad-buusuuf galma qabame milkeessuuf waloon hojjetamaa jira –Obbo Awwaluu Abdii

Hoggansa fageessee yaaduun jijjiirama Itoophiyaa galmeessaa jirra- Biqilaa Hurrisaa (PhD)

AMN PLUS-Mudde 15/2018‎‎Iccitiin jijjiirama biyya Itoophiyaa inni guddaan hoggansa fageessee yaadu qabaachuu akka ta’e, Sadarkaa Ministiraatti Qindeessaan Ijaarsa Sirna Dimokraasii Biqilaa Hurrisaa(PhD) ibsaniiru.‎‎Turtii Qophii Addaa AMN PLUS waliin taasisaniin, hoggansi…

Continue ReadingHoggansa fageessee yaaduun jijjiirama Itoophiyaa galmeessaa jirra- Biqilaa Hurrisaa (PhD)

Bara 2036 guddinni diinagdee Itoophiyaa, Afriikaa irraa kan jalqaba ta’a – MM Abiyyi Ahimad (PhD)

‎AMN PLUS-Mudde 12/2018 ‎Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) bara 2036tti diinagdeen guddichi Afrikaa, kan Itoophiyaa akka ta'uu akeekan. ‎"Yaadni kun yoo ibsamu namoota baay'eetti shakkii uumuus, waan karoorsine galmaan gahuun…

Continue ReadingBara 2036 guddinni diinagdee Itoophiyaa, Afriikaa irraa kan jalqaba ta’a – MM Abiyyi Ahimad (PhD)

Baankiin Daldala Itoophiyaa tajaajila liqii qonnaan bultootaafi horsiisee bultootaa ifoomse

AMN PLUS- Mudde 9/2018 Baankiin Daldala Itoophiyaa tajaajila liqii qonnaan bultootaa fi horsiisee bultoota fayyadamoo taasisu ifoomseera. Bakka Bu'aan Pirezidaantii Baankichaa Obbo Efireem Makuriyaa tajaajilli liqii haaraa ifoome liqii oomisha…

Continue ReadingBaankiin Daldala Itoophiyaa tajaajila liqii qonnaan bultootaafi horsiisee bultootaa ifoomse

Qabsoo Farra Malaanmaltummaa gaggeeffamu irratti hawaasni fi dhaabbileen marti abbummaan hirmaachuu qabu- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS- Muddee 3/2018 Guyyaa Farra Malaanmaltummaa Addunyaa 22ffaa kutannoofi waadaa malaanmaltummaa ittisuuf qabnu haaressinee kabajneerra jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee. Waggoota muraasa darban keessatti malaammaltummaan farra badhaadhinaa,…

Continue ReadingQabsoo Farra Malaanmaltummaa gaggeeffamu irratti hawaasni fi dhaabbileen marti abbummaan hirmaachuu qabu- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Rifoormii diinagdee hojiirra oolchuuf qindoominni dhaabbilee barnootaafi indastiriiwwanii murteessaadha- ‎Ministeera Barnootaa

AMN PLUS-Sadaasa 30/2018 ‎Pirezidaantiin Yuunivarsiitii Saayinsiifi Teekinooloojii Finfinnee Darajjee Ingidaa (PhD) ergama baruufi barsiisuu galmaan gahuuf indastiriwwan waliin qindoominaan hojjechaa akka jiran ibsan. ‎Yuunivarsiitiifi indastiriwwaan akka qaama tokkootti waliin qindoomuun…

Continue ReadingRifoormii diinagdee hojiirra oolchuuf qindoominni dhaabbilee barnootaafi indastiriiwwanii murteessaadha- ‎Ministeera Barnootaa