‎ “Barri ol ka’iinsaa akka dhufe onnee guutuun dubbachuu dandeenya” Kantiibaa Adaanech Abeebee

‎AMN PLUS- Mudde 28/2018 ‎Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee Ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, "Baga Ayyaana Dhaloota Iyyasuus Kiristoos nagaan isin gahe" jedhan. ‎“Barana Ayyaana kana yoo kabajnu abdiin dubbatame…

Continue Reading‎ “Barri ol ka’iinsaa akka dhufe onnee guutuun dubbachuu dandeenya” Kantiibaa Adaanech Abeebee

“Gaggeessummaan walitti dhufeenya namoomaan raawwatama” Waajjira Ministira Muummee

AMN PLUS - Mudde 28/2018 Gaggeessummaan imaammataafi dhaabbileen qofa osoo hin taane hariiroo namoomaan akka raawwatamu Waajjirri Ministira Muummee beeksise. Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) miseensota Mana Maree Ministirootaa…

Continue Reading“Gaggeessummaan walitti dhufeenya namoomaan raawwatama” Waajjira Ministira Muummee

Kantiibaa Adaanech Abeebeen jala bultii Ayyaana Qilleetti manneen 381 meeshaa manaa guutuu waliin dabarsan

‎AMN PLUS- Mudde 28/2018 ‎"Ayyaana Qillee sababeeffachuun manneen 381 meeshaa guutuu fi kennaa Ayyaana ittiin oolan gumaachineerra" jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee. ‎Kanneen keessaa manneen 273 manneen gandaa…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebeen jala bultii Ayyaana Qilleetti manneen 381 meeshaa manaa guutuu waliin dabarsan

‎AMN Ayyaana Dhaloota Iyyesuus sababeeffachuun harka qalleeyyiif maaddii qoode

‎AMN PLUS- Muddee 27/2018 ‎Addis Miidiyaa Neetwork Ayyaana Dhaloota Iyyesuus sababeeffachuun, lammiilee sadarkaa jireenyaa gadi aanaa irra jiran fi yeroo dheeraa deeggarsi taasifamaafii turaniif sagantaa maaddii qooduu gaggeesseera. ‎Sagantaa kana…

Continue Reading‎AMN Ayyaana Dhaloota Iyyesuus sababeeffachuun harka qalleeyyiif maaddii qoode

“Umrii lakkaa’uu qofa osoo hin taane, ogummaa qabaniin humna jijjiiramaa ta’uutu barbaachisa” MM Abiyyi Ahimad (PhD)

‎AMN PLUS- Mudde 26/2018 ‎Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) "Hayyuun nama miira isaan oofamee hoogganamu miti" jedhan. ‎Ayyaana hundeeffama waggaa 75ffaa Yuunivarsiitii Finfinnee sababeeffachuun barataa duraanii Yuunivarsiitichaa kan ta'an…

Continue Reading“Umrii lakkaa’uu qofa osoo hin taane, ogummaa qabaniin humna jijjiiramaa ta’uutu barbaachisa” MM Abiyyi Ahimad (PhD)

Qabeenyi fi guddinni biyyaa holqa keessa jira jedha, Abbuuraa holqa 334 argate Naasir Ahmad

‎AMN PLUS - Mudde 25/2018 ‎Abbuuraa holqaa Naasir Ahimad Qorataa holqaa Itoophiyaa yeroo jalqabaa yoo ta'u akka Afriikaatti isa 2ffaati. ‎Afiriikaa bakka bu’ee Jarmanitti baadhafameera jedha AMN Dijitaal waliin turtii…

Continue ReadingQabeenyi fi guddinni biyyaa holqa keessa jira jedha, Abbuuraa holqa 334 argate Naasir Ahmad

Finfinneen daa’imman guddisuuf Afrikaatti magaalaa mijattuu akka taatuuf hojiin eegalle bu’aa agarsiisaa jira – Kantiibaa Adaanech Abeebee

‎AMN PLUS- Mudde 24/2018 ‎Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee daa'imman miidhama qaamaa qabaniif deggersa whiilcherii taasisaniiru. ‎Kantiibaa Adaanech Abeebee ergaa miidiyaa hawaasummaa isaanii irratti dabarsaniin, "Finfinneen Afrikaatti daa'imman guddisuuf…

Continue ReadingFinfinneen daa’imman guddisuuf Afrikaatti magaalaa mijattuu akka taatuuf hojiin eegalle bu’aa agarsiisaa jira – Kantiibaa Adaanech Abeebee

Kantiibaa Adaanech Abeebeen Mana Kitaabaa Abrihootitti Pirojektoota Gurguddoo Sadii hojii eegalchiisan

AMN PLUS- Mudde 25/2018 Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee har’a ganama Mana Kitaabaa Abirahootitti argamuun hidhannoo dijitaalaa Mana Kitaabaa Abrihoot caalmaan kan fooyyessu Pirojektoota gurguddoo Sadii hojii eegalchiisaniiru. Manni…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebeen Mana Kitaabaa Abrihootitti Pirojektoota Gurguddoo Sadii hojii eegalchiisan