Kanamaan kan hundaa’e namootni galii gadi aanaa qaban akka tajaajilamaniifi – Obbo Sayifee Damissee
AMN PLUS- Mudde 17/2018Dhiyeessii qorichaa namoota galii gadi aanaa qabaniif tajaajila kennuuf Faarmaasiin Kanamaa akka hundaa'e Hoji Raawwachiisaa Olaanaan Faarmaasii Kanamaa Obbo Sayifee Damissee ibsan. Faarmaasiin Kanamaan bara 1975tti giddugala…