Vaayiraasii Maarbarg ittisuufi to’achuuf cimamee hojjetamuu qaba- Ministeera Fayyaa
AMN PLUS- Sadaasa 12/2018 Vaayiraasii Maarbarg ittisuufi to'achuuf hojiin hojjetamaa jiru cimee itti fufuu akka qabu Ministirri Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaa ibsan. Hospitaala waligalaa Jinkaatti argamuun dhukkubsattoota kan daawwatan Dooktar…