Baankiin Oromiyaafi Bulchinsi Magaalaa Finfinnee waliin ta’uun Hojii tola ooltummaa eegalchiisan
AMN PLUS- Adoolessa 2/2017 Baankiin Oromiyaafi Bulchinsi Magaalaa Finfinnee waliin tahuun Hojii tola ooltummaa Gannaatiin Manneen jireenyaa waliinii Abbaa Warraa 40'f kutaa Magaalaa Boolee Aanaa 4'tti ijaarsisuu eegalchiisaniiru. Hoji Raawwachiisaa…