Manni kitaabaa Chaayinaatti argamu dubbistoota caalaa akkamitti daawwattoota hawwate?
AMN PLUS - Hagayya 14/2017 Manni Kitaabaa kun bara 2025 baatii Caamsaa keessa Chaayinaatti dubbistootaaf banaa ta'e. Kattaan akka cichaa manaatti fayyadamuun qarqara gaaraa irra taa'anii dubbisuun miira akkamii akka…