Dhiibbaa pilaastiikaa ittisuuf mariin adeemsifamaa ture waliigaltee malee xumurame

‎AMN PLUS -Hagayya 9/2017 ‎Jenevaatti mariin dhiibbaa pilaastiskaa hir'isuu irratti xiyyeeffatee guyyaa 10'f adeemsifamaa ture waliigaltee tokko malee xumurameera. ‎Bara Faranjootaa 2022tti Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Sagantaa Eegumsa Naannoo jalatti Senegaal…

Continue ReadingDhiibbaa pilaastiikaa ittisuuf mariin adeemsifamaa ture waliigaltee malee xumurame

Puutiinii fi Zalaniskiin gara nagaatti ni dhufu amantaa jedhun qaba – Tiraamp

‎AMN PLUS - Hagayya 09/2017 ‎Pireezidaantiin Ameeriikaa Doonaald Tiraamp, gita isaanii Raashiyaa Vilaadimiir Puutiin waliin mariin taasisan waraana Yuukireen ni dhaabsisna jedhanii abdachuu isaanii ibsanii jiru. Tiraamp har'a Puutiin waliin…

Continue ReadingPuutiinii fi Zalaniskiin gara nagaatti ni dhufu amantaa jedhun qaba – Tiraamp

Liivarpuul Waggoota 12 darbiif tapha baniinsa hin injifatamne.

Har'a hoo ? AMN PLUS-Hagayya 09/2017 Pirimeerliigiin Ingilaand maatiin ispoortii hawwiin eegan har'a eegala. Tapha baniinsaa kanaan shaampiyoonaan bara darbee Liivarpuul dirree isaa Anfiild Rooditti Boornimaawuz keessummeessa. Shaampiyoonaan waancaa Pirimeerliigii…

Continue ReadingLiivarpuul Waggoota 12 darbiif tapha baniinsa hin injifatamne.

Puutiin tattaaffii nagaa Tiraamp taasisaa jiran dinqisiifatan

AMN PLUS- Hagayya 8/2017 Vilaadmiir Puutiin tattaaffii dippilomaasii Doonaald Tiraamp Yuukireen keessatti dhukaasa dhaabuuf taasisaa jiran dinqisiifataniiru. Pirezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Puutiin boru Alaskaatti pirezidaantii Ameerikaa waliin marii qaban dura haasawa…

Continue ReadingPuutiin tattaaffii nagaa Tiraamp taasisaa jiran dinqisiifatan

Kilabni tapha baniinsaa Pirimeerliigii hedduu injifate kami?

AMN PLUS - Hagayya 08/2017 Piriimiyerliigii Ingilaand bara 2025/26 boru eegala. Kilaboonni Piriimiyerliigii Ingilaand jijjiirraa irratti gara paawundii biiliyoona 2 baasuun qophii isaanii xumuraniiru. Liigichi tapha morkii shaampiyoonaan bara darbee…

Continue ReadingKilabni tapha baniinsaa Pirimeerliigii hedduu injifate kami?

Puutiin nagaa barbaaduu isaanii mirkaneessuu qabu – Keeyir Istaarmer.

‎AMN PLUS - Hagayya 8/2017 ‎Muummichi Ministiraa UK, Sir Keer Istaarmer Pireezidaantii Yuukireen waliin erga har'a ganama waliin haasa'anii booda, Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Puutiin, dhuguma nagaa barbaaduu isaanii mirkaneessuu qabu…

Continue ReadingPuutiin nagaa barbaaduu isaanii mirkaneessuu qabu – Keeyir Istaarmer.

Taphattoonni Cheelsii maatii Diyaagoo Jootaaf yuuroo miliyoona 15 ol gumaachuufi

‎AMN PLUS- Hagayya 8/2017 Taphattootni ‎Cheelsii Waancaa Kilaboota Addunyaa injifachuu isaaniin boonasii argatan mara maatii Diyaagoo Jootaafi Andiree Silvaaf kennuuf murteessan. Abbaan qabeenyaa Chelsii Tood Bohile walii galaan boonasii yuuroo…

Continue ReadingTaphattoonni Cheelsii maatii Diyaagoo Jootaaf yuuroo miliyoona 15 ol gumaachuufi