Xiyyaarri Raashiyaa namoota 50’tti siqan fe’ee balali’aa ture kufee caccabuunsaa himame

AMN PLUS- Adoolessa 17/2017 Xiyyaarri Raashiyaa namoota 50’tti siqan fe’ee balali’aa ture kutaa baha biyyattii bakka Umaar jedhamutti kufee caccabuusaa dhaabbileen miidiyaa biyyattii gabaasaniiru. Tajaajilli oduu Raashiyaa akka gabaasetti namoonni…

Continue ReadingXiyyaarri Raashiyaa namoota 50’tti siqan fe’ee balali’aa ture kufee caccabuunsaa himame

Donaald Tiraamp ragaalee ajjeechaa Marti Luutar Kiingiitiin Wal qabatan ifoomsan.

AMN PLUS- Adoolessa 15/2017 Pirezdaantiin Ameerikaa Donaald Tiraamp ragaalee icciitii turan kan ajjeechaa qabsaa'aa Mirga dhala namaa Martin Luutar Kiingiitiin wal qabatan Lammiileef ifa taasisan. Martin Luutar Kiing akka Faranjootaatti…

Continue ReadingDonaald Tiraamp ragaalee ajjeechaa Marti Luutar Kiingiitiin Wal qabatan ifoomsan.

Benjaamiin Neetaaniyaahuun summaa’uu nyaataan dhibamuu Waajjirri isaanii beeksise

AMN PLUS- Adoolessa 14, 2017 Ministirri Muummee Israa'el Benjaamiin Neetaaniyaahuun sababa summaa'uu nyaataan dhibamanii yaalamaa akka jiran Waajjirri isaanii beeksise. Neetaaniyaahuun halkan keessa dhukkubbi gubaa garaachaafi qaamni isaanii dhangala'aa gahaa…

Continue ReadingBenjaamiin Neetaaniyaahuun summaa’uu nyaataan dhibamuu Waajjirri isaanii beeksise

Maanguddoon ganna 92 filannoo pirezidaantummaaf qophaa’uu ibsan

AMN PLUS, Adoolessa 7/2017 Lammiin Kaameruun maanguddoon ganna 92 Paawul Biyaa filannoo pirezidaantummaa Kaameruun yeroo itti aanuu akka dorgoman ibsaniiru. Maanguddichi bara faranjootaa 1982 irraa eegaluun Kaameruuniin pirezidaantummaan gaggeessaa kan…

Continue ReadingMaanguddoon ganna 92 filannoo pirezidaantummaaf qophaa’uu ibsan

Liveerpuul waggoota 2 itti aanan miindaa Diyaagoo Jootaa akka kaffalu ibse

AMN PLUS, Waxabajjii 28/2017 Diyaagoo Jootaa taphataan sarara fuulduraa Liveerpuul tibbana balaa konkolaataan lubbuun darbuun isaa ni yaadatama. Shaampiyoonaan pirimeerliigii Ingilaandi bara wal-dorgommii darbee Liveerpuul sirnoota garaagaraan gadda taphatichaa qooddachaa…

Continue ReadingLiveerpuul waggoota 2 itti aanan miindaa Diyaagoo Jootaa akka kaffalu ibse

Ministirri Muummee Ingilaandi Lubbuun darbuu taphataa garee biyyaalessaa Poorchugaaliifi Liivarpuul Diyaagoo Jootaatiif gadda itti dhaga’ame ibsan

AMN PLUS- Waxabajjii 26/2017 Ministirri Muummee Ingilaandi Kiir Istaarmer Lubbuun darbuu Taphataa sarara Fuulduraa garee biyyaalessaa Poorchugaaliifi Liivarpuul Diyaagoo Jootaatiif gadda itti dhaga'ame ibsaniiru. Balaa Konkolaataa Diyaagoo Jootaa muudateen Obboleessa…

Continue ReadingMinistirri Muummee Ingilaandi Lubbuun darbuu taphataa garee biyyaalessaa Poorchugaaliifi Liivarpuul Diyaagoo Jootaatiif gadda itti dhaga’ame ibsan

Taphataan Liveerpuul Diyaagoo Jootaa lubbuun darbuun ibsame

AMN PLUS, Waxabajjii 26/2017 Taphataan sarara fuulduraa Liveerpuuliifi garee biyyaalessaa kubbaa miilaa dhiirotaa Poorchuugaal balaa konkolaataan lubbuun darbuun himameera. Diyaagoo Jootaa taphataa gahumsa qabu yoo tahu bara wal dorgommii darbee…

Continue ReadingTaphataan Liveerpuul Diyaagoo Jootaa lubbuun darbuun ibsame

Morkiin nuusa xumuraa obboloota lamaan gidduutti taasifamu ni eegama

AMN PLUS-Waxabajjii 25/2017 Waancaa kilaboota addunyaa Ameerikaatti aeemsifamaa jiruun kilaboonni 8 nuusa xumuraaf darbuu isaanii mirkaneeffataniiru. Kilaboonni 2 Jarmaan irraa kilaboonni 2 ammoo Braazil 1 Firaans 1 Inglaand akkasumas 1…

Continue ReadingMorkiin nuusa xumuraa obboloota lamaan gidduutti taasifamu ni eegama

Maanguddoon ganna 80 duula filannoo itti aanuf qophaa’aa jiru

AMN PLUS-Waxabajjii 23/2017 Yooweerii Muuseeveeniin maanguddoo ganna 80 tti. Akka lakkoofsa Awurooppaatti bara 1986 irraa eegaluun pireezidaantummaan Yuugaandaa gaggeessaa jiru. Maanguddichi yoo xiqqaate waggoota 45 biyyatti gaggeessuun karoora kooti jechuun…

Continue ReadingMaanguddoon ganna 80 duula filannoo itti aanuf qophaa’aa jiru