Qondaaltootni waraanaa Iraan ajjeefaman jedhaman tv irratti mul’achuun ergaa dabarsan

AMN PLUS-Waxabajjii 18/2017 Iraan Israa'el waliin wal-waraansa erga eegalte umrii torbee lamaaf deemaa jira. Waraanichaan gama lamaanu qabeenyi manca'eera lubbuunis darbeera. Kanaan wal-qabatee qondaaltootni waraanaa Iraan, Israa'el ajjeesera jechuun itti…

Continue ReadingQondaaltootni waraanaa Iraan ajjeefaman jedhaman tv irratti mul’achuun ergaa dabarsan

Iraan buufatalee waraana Ameerikaa biyyoota baha giddu galeessaatti argaman haleelte

AMN PLUS- Waxabajjii 16/2017 Iraan buufatalee Waraana Ameerikaa kan biyyoota baha giddu galeessaa akka Iraaq, Sooriyaafi Kuwaatariitti argaman haleelte. Tarkaanfii haaloo bahannaa Ameerikaarratti kan raawwatte Iraan akka ibsiteetti Ameerikaaf deebii…

Continue ReadingIraan buufatalee waraana Ameerikaa biyyoota baha giddu galeessaatti argaman haleelte

Halellaa Iraan buufata waraana Ameerikaa irrati raawwattef Kuwaatar haaloo bahuuf dhaaddate

AMN PLUS- Waxabajjii 16/2017 Mootummaan Kuwaatar haleellaa Iraan buufata Waraana Ameerikaa kan biyyattiitti argamurratti raawwatte balaaleffachuun haleellaa wal gituun Iraan haaloo akka baatu Dubbii Himaan Ministira Dhimma Alaa biyyatti Maajed…

Continue ReadingHalellaa Iraan buufata waraana Ameerikaa irrati raawwattef Kuwaatar haaloo bahuuf dhaaddate

Tapha waancaa kilaboota addunyaa taphataa ija tokko qabuuf carraa kenne

AMN PLUS Waxabajjii 14/2017 Lammummaan isaa Kootidivaar yoo ta’u maqaan isaa Joorjii Miinuunguu jedhama. Miinuunguun umriin waggaa 23 yoo tahu Meejer Liig Sookeerii Ameerikaa kilaba Siiyatiil Saawundeersiif taphata. Taphatichi dhibee…

Continue ReadingTapha waancaa kilaboota addunyaa taphataa ija tokko qabuuf carraa kenne

Iraan Israa’eel irratti tarkaanfii haleellaa diroonii 100 ol fudhachuu beeksiste

AMN PLUS Waxabajjii 06/2017 Haleellaa qilleensarraa Israa’eel Iraan irratti raawwatte hordofee haalli nageenya naannichaa gara sadarkaa walxaxaatti ce’aa jiraachuu miidiyaaleen addunyaa gabaasaa jiru. Dhaabbileen miidiyaa Iraan tarkaanfii Israa’eel irratti fudhatteen…

Continue ReadingIraan Israa’eel irratti tarkaanfii haleellaa diroonii 100 ol fudhachuu beeksiste

Balaa Xiyyaaraa Indiyaatti mudateen lubbuun namoota 204 darbuu Poolisiin Indiyaa beeksise

AMN PLUS Waxabajjii 05/2017 Xiyyaarri Indiyaa Imaltoota 242 fe'ee kutaa Kaaba Lixaa Indiyaa Buufata Xiyyaaraa Magaalaa Ahimadaabaad irraa gara Landan Gatwik deemuuf akkuma ka’een boqonnaa Ogeeyyota waldhaansaa Hoospitaala naannawichatti argamurratti…

Continue ReadingBalaa Xiyyaaraa Indiyaatti mudateen lubbuun namoota 204 darbuu Poolisiin Indiyaa beeksise

Israa’eel Iraan irratti haleellaa raawwachuun ishee himame

AMN PLUS Waxabajjii 06/2017 Israa'eel Iraan irratti haleellaa qilleensaa raawwachuun ishee himameera. Israa'eel buufataalee sagantaa Niwukilara Iraaniifi naannoowwaa biroorratti haleellaa raawwachuushee BBC'n gabaasera. Iraan haleellaa irratti raawwatame irratti hanga ammaatti…

Continue ReadingIsraa’eel Iraan irratti haleellaa raawwachuun ishee himame

Xayyaarri Indiyaa imaltoota 242 oli fe’ee imalaa ture kufee caccabuunsaa himame

AMN PLUS Waxabajjii 05/2017 Xayyaarri Indiyaa imaltoota 200 oli fe’ee imalaa ture kufee caccabuunsaa himameera. Xayyaarichi Indiyaarraa ka’uun gara Landanitti osoo balali’uuf yaalaa jiruu osoo hin fagaatin kufee caccabuunsaa himameera.…

Continue ReadingXayyaarri Indiyaa imaltoota 242 oli fe’ee imalaa ture kufee caccabuunsaa himame