Ameerikaan milkaa’ina Sooriyaaf waan dandeessu hundumaa ni taasisti- Tiraamp
AMN PLUS- Sadaasa 2/2018 Ameerikaan milkaa’ina Sooriyaaf waan dandeessu hundumaa akka taasiftu Pirezidaanti Doonaald Tiraamp ibsaniiru. Marii gita isaanii Sooriyaa Ahimad Al-shaaraa wajjin Waayit Haawusitti cufaatti taasisan booda, “Shaaraan gaggeessaa…