Biyyootni Awurooppaa 26 humna waraanaa isaanii Yuukireenitti erguuf qophii tahuu beeksisan

‎AMN PLUS - Hagayya 30/2017 ‎Raashiyaa fi Yuukireen jidduutti waliigalteen nagaa kan mallattaa'u yoo ta'e, biyyootni Awurooppaa 26 humna waraanaa isaanii Yuukireenitti erguuf qophii ta'uu isaanii ibsaniiru. ‎Pireezidaantiin Faransaay Imaanu'eel…

Continue ReadingBiyyootni Awurooppaa 26 humna waraanaa isaanii Yuukireenitti erguuf qophii tahuu beeksisan

Ameerikaan garee yakkamtootaa dhabamsiisuu ni dandeessi- Maarkoo Ruubiyoo

‎AMN PLUS- Hagayya 30/2017 ‎Ameerikaan gareewwan yakkamtoota addunyaa kanaa dhabamsiisuu akka dandeessu Ministirri Dhimma Alaa Ameerikaa Maarkoo Ruubiyoon beeksisan. ‎Maarkoo Ruubiyoon wayita Ikuwaadoor daawwatanitti biyyoota akka Ikkuwaadoriin yoo wal ta'an…

Continue ReadingAmeerikaan garee yakkamtootaa dhabamsiisuu ni dandeessi- Maarkoo Ruubiyoo

Teeknooloojii fi uumama wal sime- Singaapor

‎AMN PLUS- Hagayya 29/2017 ‎Guddinni fi ammayyummaan addunyaa uumama dhiibuun ijaarsa nam-tolcheetiin bakka buufamaa jira. ‎Faallaa kanaatiin garuu, biyyi xiqqoon odola taate Singaapoor uumama teeknooloojii wajjiin, qulqullina ammayyummaan wal-simsiisuun kan…

Continue ReadingTeeknooloojii fi uumama wal sime- Singaapor

Raashiyaan loltootni biyyoota biroo Yuukireen keessatti akka bobbaafaman hin eyyemu jette

‎AMN LUS- Hagayya 29/2017 ‎Raashiyaan loltootni biyyoota biroo Yuukireen keessatti kan bobbaafaman taanaan akka hin simanne beeksiftee jirti. ‎Dubbi himtuun Ministeera Dhimma Alaa Raashiyaa Maariyaa Zaakihaaroovaa, hawaasni idil-addunyaa humnootni nageenyaa…

Continue ReadingRaashiyaan loltootni biyyoota biroo Yuukireen keessatti akka bobbaafaman hin eyyemu jette

Zeleniskiin yoo Mooskoo dhufan mari’achuu ni dandeenya – Pireezidaanti Puutin

‎AMN PLUS - Hagayya 28/2017 ‎Pireezidaantiin Raashiyaa Puutiin gita isaanii Zeleniskiin Mooskoo dhufuudhaaf fedhii yoo qabaatan mariidhaaf qophaa'aa ta'uu isaanii beeksisan. ‎Puutin, Chaayinaa Beejingitti argamuun guyyaa bilisummaa Chaayinaa waggaa 80ffaa…

Continue ReadingZeleniskiin yoo Mooskoo dhufan mari’achuu ni dandeenya – Pireezidaanti Puutin

Ingilaandi godaansa seeraan alaa hambisuuf lammiileen hundi waraqaa eenyummaa dijitaalaa biyyaalessaa dirqama taasisuuf jirti

‎AMN PLUS- Hagayya 28/2017 ‎Ingilaandi godaansa seeraan alaa hambisuuf lammiileen hundi waraqaa eenyummaa dijitaalaa biyyaalessaa fudhachuu akka qaban Minisitirri Muummee biyyatti Sir Keeyir Staarmer himan. ‎Dubbi himaan Muummee Ministiraa biyyattii…

Continue ReadingIngilaandi godaansa seeraan alaa hambisuuf lammiileen hundi waraqaa eenyummaa dijitaalaa biyyaalessaa dirqama taasisuuf jirti

Pireezidaantiin Kooriyaa Kaabaa Kim Jong Un, intala isaanii waliin Chaayinaatti argamu

‎AMN PLUS - Hagayya 28/2017 ‎ Pireezidaantiin Kooriyaa Kaabaa Kim Jong Un Kabaja guyyaa Bilisummaa Chaayinaa irratti Hirmaachuuf Beejing Seenanii jiru. ‎ Pireezidaantiin kun hiriira waraanaa Chaayinaan qopheessite guddicha irratti…

Continue ReadingPireezidaantiin Kooriyaa Kaabaa Kim Jong Un, intala isaanii waliin Chaayinaatti argamu

Qorattoonni cabiinsi lafee ciree turanii nyaachuun kan wal-qabatu ta’uu beeksisan

‎AMN PLUS - Hagayya 26/2017 ‎Nyaati ciree ganamaa fayyummaa lafeetiif murteessaa ta'uu qorattoonni beeksisuun gabaafame. ‎Namni caba lafeen miidhamee ture Folkis jedhamu dhimma kana irratti kibxata darbe qorattootaaf yaada kenneen…

Continue ReadingQorattoonni cabiinsi lafee ciree turanii nyaachuun kan wal-qabatu ta’uu beeksisan