Ruuban Amooriim hojiirraa geggeeffaman
AMN PLUS - Mudde 27/2018 Maanchester Yuunaayitiid leenjisaa isaa Ruuban Amooriimin gaggeesseera. Yuunaayitiid baatiwwan 14 booda lammii Poorchuugaal Ruuban Amooriim leenjisummaarraa gaggeessuu dhaga'ameera
AMN PLUS - Mudde 27/2018 Maanchester Yuunaayitiid leenjisaa isaa Ruuban Amooriimin gaggeesseera. Yuunaayitiid baatiwwan 14 booda lammii Poorchuugaal Ruuban Amooriim leenjisummaarraa gaggeessuu dhaga'ameera
AMN PLUS - Mudde 26/2018 Jeemsi Miilnar Maanchistar Siitii, Liveerpuuliifi Biraaytan dabalatee kilaboota garaagaraa pirimeerliigii Ingilaandiif hiriireera. Yeroo ammaa kilaba Biraaytaniif taphachaa kan jiru yoo tahu har'a umriin ganna 40…
AMN PLUS- Mudde 24/2018 Konfedereeshiniin Kubbaa Miilaa Afriikaa bara 2028 irraa kaasee Waancaan Afriikaa Waggaa 4tti akka gaggeeffamu murteessuu hordofee, Waancaan Afriikaa 2029 ture gara 2028tti as butameera. Itoophiyaan kana…
AMN PLUS - Mudde 23/2018 Leenjisaan Lammii Itaalii Enzoo Maareeskaa fi Kilabni Chelsii waliigalteen gargar bahan. Cheelsiin ibsa baaseen "Maareeskaan hojii leenjisummaa isaaniin milkiin Waancaa Liigii Konfiraansii fi Waancaa Kilaboota…
AMN PLUS-Mudde 21/2018 Addunyaan kubbaa miilaa bara 2025 gaggeessuuf fiixerra gaheera. Keessattuu pirimeerliigiin Ingilaandi bifa gaggeessaa barichaa fakkaatuun galgala kana taphoota hedduu keessummeessa. Kanneen keessaa beellamni torbee 19ffaa pirimeerliigii Ingilaandi…
AMN PLUS - Mudde 19/2018 Kiristiyaanoo Ronaaldoon badhaasa "Globe Soccer" irratti Taphataa Cimaa Baha Giddugaleessaa jedhamuun badhaafame. Al-Nasser waliin bara dorgommii mishaa kan dabarse Ronaaldoon kaleessa gooliiwwan lama lakkoofsisuun waliigalaan…
AMN PLUS - Mudde 19/2018 Taphataan PSG Badhaasa Baalaandoor fi FIFA injifate Osmaan Dembellee Badhaasa 'Globe Soccer' irratti Taphataa Cimaa Addunyaa jedhamuun badhaafame. Morkataa Dembelee kan ta'e Lamiin Yaamaal badhaasa…
AMN PLUS- Mudde 11/2018 Waancaan Afriikaa turtii waggaa lamaan qophaa'aa ture, bara 2028 irraa eegalee turtii waggaa afuriin akka qophaa'u Pirezidaantiin CAF Paatriis Mutseepee himan. Koreen Hoji Raawwachiistuu CAF, Waancaa…
AMN PLUS- Mudde 7/2018 Lammiin Firaans kilaba PSG'f taphatu Usmaan Deembeelee, taphataa cimaa waggaa FIFA bara 2025 injifate. Taphatichi Baaloon D'oriin dursee yoo injifatu badhaasota gurguddoo lameen kanaan Laamiin Yaamaal…
AMN PLUS- Mudde 4/2018 Tapha torbee 16ffaa Piriimiyerliigii Ingilaandiin Arsenaal dirreesaarratti Wolvis keessummeessee 2-1'n injifate. Daqiiqaa 70ffaa irratti taphataan Wolvis Joonistoones ofirratti lakkoofsisuun Arsenaal dursa qabate. Wolvis, daqiiqaa 90ffaa irratti…