Itoophiyaan Giinii Bisawoo 1-0’n injifatte
AMN Plus - Fulbaana 28/2018 Gulaallii Waancaa Addunyaan tapha ramaddii 9ffaashee Giinii Bisawoo waliin kan taasiste Itoophiyaan goolii 1-0'n injifatte. Tapha Ruwaandaa magaalaa Kiigaaliitti geggeeffame kana irratti Ramkel Jems daqiiqaa…