Kaamaaviingaan umurii 13tti mucaa godhate kan jedhameef maalif haanga ammaa deebi kennuu didee?

AMN - Sadaasa 19/ 2017 Eduwaardoo Kaamaaviingaan umriisaa ganna 13tti ilma godhate jedhamuun yeroo dheeraaf marsaalee hawaasaarra naanna'aa tureera. Taphataan lammii Firaansi kun maatii hidda dhiigaa Afriikaa irraa kan dhalate…

Continue ReadingKaamaaviingaan umurii 13tti mucaa godhate kan jedhameef maalif haanga ammaa deebi kennuu didee?

Atileet Yewarqiwuhaa Geetaachoo Feestivaala Ispoortiii Humnoota waraanaa guutuu Afrikaa irrati meedaaliyaa Warqee 2ffaa injifatte

AMN - Sadaasa 19/2017 Naayijeeriyaa Magaalaa Abuujatti Feestivaala Ispoortiii Humnoota waraanaa guutuu Afrikaa gaggeeffamaa jiruun Atileet Yewarqiwuhaa Getaachoo meedaaliyaa Warqee 2ffaa injifatte. Atileet Yewarqiwuhaan fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 dubartoota…

Continue ReadingAtileet Yewarqiwuhaa Geetaachoo Feestivaala Ispoortiii Humnoota waraanaa guutuu Afrikaa irrati meedaaliyaa Warqee 2ffaa injifatte

Arsenaal, Baarseloonaafi Baayer Muuniik morkattoota isaanii yoo injifatan Siitiin qixa bahe

AMN - Sadaasa 17/ 2017 Tapha Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan Arsenaal dirreen ala gara Poorchugaal imaluun Ispoortiing Liisban 5-1'n injifate. Havertiiz, Magaaleesh, Gabri'eel, Saakaafi Tiroosaard gooliiwwan injifannoo lakkoofsisaniiru. Taphoota 5 darban…

Continue ReadingArsenaal, Baarseloonaafi Baayer Muuniik morkattoota isaanii yoo injifatan Siitiin qixa bahe

Yaa’iin Mana Maree Ispoortii Bulchiinsa Magaalaa Shaggar gaggeeffamaa jira

AMN- Sadaasa 17/ 2017 Yaa'iin Mana Maree Ispoortii Bulchiinsa Magaalaa Shaggar 2ffaan Gaggeeffamaa jira. Kantibaa Magaalaa Shaggar Dooktar Tashoomaa Addunyaa, Pireezidaantiin Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaan Gargaartuu Komishinaraa Atileet Daraartuu Tulluu, Hoogganaa…

Continue ReadingYaa’iin Mana Maree Ispoortii Bulchiinsa Magaalaa Shaggar gaggeeffamaa jira

Kitaabni ‘Faana Goototaa’ Gaazexeessaafi Barreessaa Masfin Badhaasaan barraa’e eebbifamaa jira

AMN- Sadaasa 8, 2017 Kitaabni 'Faana Goototaa' seenaa atileetota gameeyyii Itoophiyaarratti xiyyeeffate Gaazexeessaafi Barreessaa Masfin Badhaasaan barraa'uun Adaamaa Riisoortii Karrayyuu Hiilitti eebbifamaa jira. Sirna eebbichaa irratti Atileetii gameessa abbaa umrii…

Continue ReadingKitaabni ‘Faana Goototaa’ Gaazexeessaafi Barreessaa Masfin Badhaasaan barraa’e eebbifamaa jira

Fiigichi guddichi Itoophiyaa waggoottaan darbaniif Itoophiyaa addunyaatti beeksiseera- Aadde Adaanech Abeebee

AMN Sadaasa 08, 2017 Fiigichi guddichi Itoophiyaa waggoottaan darbaniif Itoophiyaa addunyaatti beeksisaa turuu Kantibaan Magaalaa Finfinhee Aadde Adaanech Abeebeen ibsaniiru. Miidhagina magaalaa Finfinnee keessaa tokko kan ta'e dorgommii fiigicha guddaa…

Continue ReadingFiigichi guddichi Itoophiyaa waggoottaan darbaniif Itoophiyaa addunyaatti beeksiseera- Aadde Adaanech Abeebee

Deeviid Kooteen jecha saalfiin Liivarpuul arrabsuu hordofee qorannoon baname

AMN- Sadaasa 02/2017 Abbaan murtii Ingilaand Deeviid Kooteen jechoota saalfiin Liivarpuuliifi Yargan Klooppiin yeroo arrabsuu viidiyoon agarsiisu miidiyaalee garagaraarra naanna'aa jira. Boordiin Murteessitoota Kubbaa Miillaa Ingilaand PGMOL viidiyoon kun akkuma…

Continue ReadingDeeviid Kooteen jecha saalfiin Liivarpuul arrabsuu hordofee qorannoon baname

Walgahiin Koree Hoji Raawwachiiftuu CAF bor waaree booda Finfinneetti geggeeffamuu eegala

AMN Onkololeessa 10, 2017 Walgahiin Koree Hoji Raawwachiiftuu Konfedereeshinii Kubbaa Miillaa (CAF) bor waaree booda Finfinnee Hoteela Iskaayilaayititti geggeeffamuu eegala. Pirezidaantiin CAF Dr. Paatriis Motiseeppeen walgahicha ni dursu. Hoggantoota Kubbaa…

Continue ReadingWalgahiin Koree Hoji Raawwachiiftuu CAF bor waaree booda Finfinneetti geggeeffamuu eegala