Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Barreessaa Olaanaa Komishinii Diinagdee Afrikaa Kilaavar Gaateetee waliin mari’atan

AMN PLUS-Sadaasa 25/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Barreessaa Olaanaa Komishinii Diinagdee Afrikaa Kilaavar Gaateetee waliin Yaa’ii jijjiirama Qilleensaa COP 32 ALAtti Bara 2027 Itoophiyaan keessumeessitu…

Continue ReadingMinistirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Barreessaa Olaanaa Komishinii Diinagdee Afrikaa Kilaavar Gaateetee waliin mari’atan

Rakkoolee Itoophiyaa bifa waaraan furuuf falli isaa mari’achuu qofaadha-Piroofeesar Masfin Araya’aa

AMN PLUS-Sadaasa 25/2018 Komishinarri Komishinii Marii Biyyaalessaa Piroofeesar Masfin Araya'aa, “Rakkoowwan Itoophiyaatti lafarra harkifachaa dhufan, waaraan furuun kan danda'amu yoo gadi teenyee mari'anne qofaadha” jedhan. Komishinichi, Naannoo Tigiraay akkasumas Paartilee…

Continue ReadingRakkoolee Itoophiyaa bifa waaraan furuuf falli isaa mari’achuu qofaadha-Piroofeesar Masfin Araya’aa

Humna Qilleensaa Itoophiyaarra darbee Afrikaa Bahaaf ta’u ijaaraa jirra – L/Jeneraal Yilmaa Mardaasaa

AMN PLUS- Sadaasa 25/2018 Humna Qilleensaa ammayyaa Itoophiyaarra darbee naannawaa Afrikaa Bahaaf ta'u ijaaraa jirra jedhan Ajajaa Olaanaan Humna Qilleensaa Itoophiyaa Leetanaal Jeneraal Yilmaa Mardaasaan. Mata duree ‘humna qilleensaa guddaa,…

Continue ReadingHumna Qilleensaa Itoophiyaarra darbee Afrikaa Bahaaf ta’u ijaaraa jirra – L/Jeneraal Yilmaa Mardaasaa

Hoggantootni Itoophiyaa sadii “Badhaasa Barruu Hoggansa Afrikaa” injifatan

‎ANN PLUS- Sadaasa 24/2018 ‎Hoggantoonni Itoophiyaa sektaraalee adda addaa irratti hojjettan Badhaasa Barruu Hoggansa Afrikaa (Africa Leadership Magazine Award) injifachuun isaanii ibsame. ‎Badhaasni Barruu Hoggansa Afrikaa hoggantoota afur badhaasaaf kan…

Continue ReadingHoggantootni Itoophiyaa sadii “Badhaasa Barruu Hoggansa Afrikaa” injifatan

Ijipti himannaa Itoophiyaarratti gaggeessaa jirtu bu’uura kan hin qabneefi dhugaa jaarraa 21ffaa hubachuu dhabuurraa kan madde ta’uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise

AMN PLUS- Sadaasa 24/ 2018 Himannaan bu'uura hin qabne Ijipti Itoophiyaarratti gaggeessaa jirtu dhugaa jaarraa 21ffaa hubachuu dhabuurraa kan maddee fi fudhatama kan qabneedha jedhe Ministeerri Dhimma Alaa. Aanga'onni biyyattii…

Continue ReadingIjipti himannaa Itoophiyaarratti gaggeessaa jirtu bu’uura kan hin qabneefi dhugaa jaarraa 21ffaa hubachuu dhabuurraa kan madde ta’uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise

Ragaan Istaatistiksii Guddina Afrikaa mirkaneessuuf kallattii misoomaa ittiin qajeelfamnnudha- Obbo Tamasgeen Xurunaa

AMN PLUS- Sadaasa 24/2018 Ministirri Muummee Itti Aanaan FDRI Obbo Tamasgeen Xurunaa,“Ragaan Istaatistiksii Guddina Afrikaa mirkaneessuuf kallattii misoomaa ittiin qajeelfamnudha” jedhan. Obbo Tamasgeen wayita walgahii Waggaa 19ffaa Daayirektoreetii Waliigalaa Koree…

Continue ReadingRagaan Istaatistiksii Guddina Afrikaa mirkaneessuuf kallattii misoomaa ittiin qajeelfamnnudha- Obbo Tamasgeen Xurunaa

Nageenyaafi guddina dam-daneessa Itoophiyaatti galmaa’aa jiruuf ga’een hojjettootaa ol’aanaadha- Obbo Adam Faaraah

‎AMN PLUS -Sadaasa 23/2018 ‎Yaa'iin Waldaalee Konfedereeshinii Hojjettoota Idil Addunyaa 37ffaan akka Afrikaatti yeroo jalqabaaf Magaalaa Finfinneetti adeemsifamaa akka jiru ibsame. ‎Faayidaafi mirga hojjettootaa Itoophiyaa mirkaneessuuf mootummaan Waldaa Konfedereeshinii Hojjettootaa…

Continue ReadingNageenyaafi guddina dam-daneessa Itoophiyaatti galmaa’aa jiruuf ga’een hojjettootaa ol’aanaadha- Obbo Adam Faaraah

Gabaan kaappitaalaa Itoophiyaa sirna faayinaansii biyyattii sirreessuu keessatti gahee olaanaa qaba- Ahimad Shidee

‎AMN PLUS-Sadaasa 23/2018 ‎Gabaan kaappitaalaa Itoophiyaa sirna faayinaansii biyyattii sirreessuu keessatti gahee olaanaa akka qabu Ministirri Maallaqaa Obbo Ahimad Shidee ibsan. ‎Yaa'iin gabaa kaappitaalaa naannichaa 2ffaan Magaalaa Finfinnee Giddugala Konveenshinii…

Continue ReadingGabaan kaappitaalaa Itoophiyaa sirna faayinaansii biyyattii sirreessuu keessatti gahee olaanaa qaba- Ahimad Shidee

Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Baatii Onkoloolessaafi Sadaasaa keessa hojiilee murteessoo biyyaalessaa fi idil-addunyaa raawwataniiru

AMN PLUS- Sadaasa 23/2018 Hojiilee ijoo biyyaalessaa fi addunyaalessaa Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Baatiwwan Onkololeessaa fi Sadaasaa keessa raawwatan Waajjirri Ministira Muummee ifoomseera. Dooktar Abiyyi Ahimad yaa’ii biyyoota…

Continue ReadingMinistirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Baatii Onkoloolessaafi Sadaasaa keessa hojiilee murteessoo biyyaalessaa fi idil-addunyaa raawwataniiru