Buufata Xiyyaaraa Guddicha Bishooftuu, Doolaara Biiiliyoona 10’n Ijaaramu
- Waggaatti imaltoota miiliyoona 100 ol keessummeesuu danda’a. - Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa daandii xiyyaaraa guddicha Afrikaa qofa otoo hintaane, abbaa buufata xiyyaaraa guddicha isa taasisa. - Invastimantii guddaan Doolaara biiliyoona…