Hidhi Koyishaa waggaatti anniisaa Giigaa Waattii 6,344 maddisiisa

AMN Plus- Onkololeessa 17/2018 Piroojektiin Madda Anniisaa Kooyishaa waggaan anniisaa Giigaa Waattii kuma 6 fi 344 maddisiisuun fedhii dhiyeessii anniisaa guutuu keessatti shoora olaanaa qaba jedhe Waajjirri Ministira Muummee. Piroojektiin…

Continue ReadingHidhi Koyishaa waggaatti anniisaa Giigaa Waattii 6,344 maddisiisa

‎Koyishaan hidharra darbee hawwata tuuristii ta’a – Obbo Tamasgeen Xurunaa

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 15/2018 ‎Itoophiyaan qabeenya dhokatee jiru baastee akka fayyadamtuuf mootummaan cimee hojjataa akka jiru Ministirri Muummee Itti Aanaa Tamasgeen Xurunaa ibsaniiru. ‎Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) raawwii…

Continue Reading‎Koyishaan hidharra darbee hawwata tuuristii ta’a – Obbo Tamasgeen Xurunaa

Pirojektootni hojjetamaa jiran imala Badhaadhina Itoophiyaa akka agarsiisan ibsame

AMN PLUS- Onkololeessa 14/2018 ‎"Pirojektootni hojjetamaa jiran imalli Itoophiyaan Badhaadhina dhugoomsuuf taasisaa jirtu daandii sirriirra jiraachuu kan agarsiisanidha" jedhan Ministirri Qonnaa Obbo Addisuu Araggaa. ‎Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) Gamaaggama…

Continue ReadingPirojektootni hojjetamaa jiran imala Badhaadhina Itoophiyaa akka agarsiisan ibsame

Hidhi Koyishaa Haaromsarraa meetira 17 qofaan xiqqaata- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

‎AMN PLUS-Onkoloolessa 14/2018 ‎Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiyyi Ahimad (PhD) daawwannaa Koyishaatti miseensota kaabinee wajjin taasisaniin, Hidhi Koyishaa ijaaramaa jiru Dheerina Meetira 128 akka qabu ibsaniiru. ‎Kunis Hidha haaromsaa irraa…

Continue ReadingHidhi Koyishaa Haaromsarraa meetira 17 qofaan xiqqaata- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

Itoophiyaatti bara 2018 guddinni dinagdee dhibbantaa 10.2 akka galmaa’u eegama

AMN Plus - Onkoloolessa 13/2018 Manni Maree Ministirootaa raawwii diinagdee gooroo guyyootii 100 haalota diinagdee addunyaa waliin walbira qabee qorachaa jiraachuu Waajjirri Ministira Muummee beeksise. Bara 2017tti guddinni diinagdee Waliigalaa…

Continue ReadingItoophiyaatti bara 2018 guddinni dinagdee dhibbantaa 10.2 akka galmaa’u eegama

Itoophiyaan Sirna Fayyaa cimaa ijaaruuf xiyyeeffannoon hojjechaa jirti

AMN PLUS- Onkololeessa 12/ 2018 Waltajjin Marii tajaajila fayyaa qulqullina qabu kennuuf dandeessisu qopheessummaa Baankii Addunyaa fi Dhaabbata Fayyaa Addunyaan gaggeeffamaa jira. Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shideen waltajjirratti argamaniiru.…

Continue ReadingItoophiyaan Sirna Fayyaa cimaa ijaaruuf xiyyeeffannoon hojjechaa jirti

Itoophiyaan dorgommii teekinooloojii BRICS gosoota 7’n injifatte

AMN PLUS- Onkoloolessa 12/2018 Dorgomtootni Sagantaa “Ogummaa Itoophiyaa” jedhamuun biyya isaanii bakka bu’uun dorgommii teekinooloojii BRICS irratti hirmaatan badhaasa meedaaliyaa argataniiru. Dorgommiin kun damee 15’n kan adeemsifame yoo ta’u, Itoophiyaan…

Continue ReadingItoophiyaan dorgommii teekinooloojii BRICS gosoota 7’n injifatte