Hidhi Haaromsa Afrikaanotni qabeenya ofii ofumaan misoomsuu akka danda’an agarsiisa- Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo.

AMN PLUS - Hagayya 22/2017 Hidhi Haaromsa Guddichi Ityoophiyaa Afrikaanotni qabeenya ofii ofumaan misoomsuu akka danda’an kan agarsiisuu ta’uu dubbi himaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo himan. Ibsa torbanii…

Continue ReadingHidhi Haaromsa Afrikaanotni qabeenya ofii ofumaan misoomsuu akka danda’an agarsiisa- Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo.

Hidhi Haaromsaa Quuqama Misoomaa Bara Dheeraa kan milkeessedha-Injiinar Habtaamuu Ittafaa (Dr.)

AMN PLUS - Hagayya 21/2017 Dhaloonni dandeettii isaa fi irree cimaan quuqamamisoomaa bara dheeraa hidha haaromsaa guddichaan akka milkeesse Ministirri Bishaaniifi Inarjii Injiinar Habtaamuu Ittafaa(Dr.) ibsan. Pirojektiin guddichi anniisaa maddisiisu…

Continue ReadingHidhi Haaromsaa Quuqama Misoomaa Bara Dheeraa kan milkeessedha-Injiinar Habtaamuu Ittafaa (Dr.)

Hidhaan Haaromsaa bu’aa tumsaa fi kutannooti – Miseensota Raayyaa Ittisa Biyyaa

AMN PLUS- Hagayya 21/2017 Milkaa’inni Hidha Haaromsa Guddicha Itoophiyaa agarsiiftuu tumsaa fi kutannoo akka ta’e miseensonni Raayyaa Ittisa Biyyaa dubbataniiru. Hidhi Haaromsaa Guddichi Itoophiyaa dandeettii waa hojjechuu itti mul’atedhas jedhaniiru.…

Continue ReadingHidhaan Haaromsaa bu’aa tumsaa fi kutannooti – Miseensota Raayyaa Ittisa Biyyaa

Itiyoo Teelekoom galii birrii biiliyoona 235 ol walitti qabuuf karoorse

AMN PLUS- Hagayya 20/2017 ‎Itiyoo Teelekoom bara baajataa 2018tti maddoota galii garaagaraa irraa birrii biiliyoona 235.8 walitti qabuuf karoorsuu beeksise. ‎Daabbatichi Karoora hojii bara 2018fi tarsiimoo hojii waggoottan sadan itti…

Continue ReadingItiyoo Teelekoom galii birrii biiliyoona 235 ol walitti qabuuf karoorse

Feestivaalli Teemiraa Idil-addunyaa Affaar, Samaraatti gaggeeffamaa jira

‎AMN PLUS - Hagayya 20/2017 ‎Feestivaalli teemiraa Idil-addunyaa inni jalqabaa naannoo Affaar, magaalaa Samaraatti gaggeeffamuu eegale. ‎Feestivaalli kun har'aa eegalee guyyoota sadiif kan itti fufu yoo ta'u, pireezidaantii Naannoo Affaar…

Continue ReadingFeestivaalli Teemiraa Idil-addunyaa Affaar, Samaraatti gaggeeffamaa jira

Warshaan Warqii Kumruuk Baha Afrikaatti isa guddicha ta’a- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

AMN PLUS - Hagayya 18/2017 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) Warshaan Warqii Kumruuk Baha Afrikaa keessatti isa guddaa ta’uu danda’a jedhan. Warshaan kun naannoo Beenishaangul Gumuz keessatti kan argamu yoo…

Continue ReadingWarshaan Warqii Kumruuk Baha Afrikaatti isa guddicha ta’a- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

Hambaaleen biyya hambaa jiran akka deebifamaniif hojjatamaa jira

‎AMN PLUS - Hagayya 18/2017 ‎Hambaaleen sababoota adda addaatiin Itoophiyaa keessaa baafaman akka deebifamaniif xiyyeeffannoon addaa kennamee hojjatamaa jiraachuu Abbaan Taayitaa Hambaalee Itoophiyaa beeksise. ‎Daayirektarri Olaanaa Abbaa Taayitichaa Gargaaraa Piroofeesara…

Continue ReadingHambaaleen biyya hambaa jiran akka deebifamaniif hojjatamaa jira

Ayyaanonni amantaa fi ummataa duudhaa isaaniin akka kabajamuuf qophii xumuruu Humni Nageenya waloo beeksise

AMN PLUS- Hagayya 17/2017 Humni Nageenya waloo ayyaanota Amantaa fi ayyaanonni ummataa adda addaa magaalaa Finfinnee keessatti dudhaa isaa eeggachuun akka kabajuuf qophii xumuruu isaa beeksise. Nageenya biyya keenyaa fi…

Continue ReadingAyyaanonni amantaa fi ummataa duudhaa isaaniin akka kabajamuuf qophii xumuruu Humni Nageenya waloo beeksise

Muummee Ministira Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaa pirojektoota adda addaa daawwachuuf magaalaa Dirre Dawaa dhaqan.

‎AMN PLUS - Hagayya 13/2017 ‎ Muummee Ministira Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaa hojiiwwan misooma kooridarii dabalatee pirojektoota adda addaa magaalattii keessatti hojjetamaa jiran daawwachuuf Dirre Dawaa dhaqaniiru. Muummee ‎…

Continue ReadingMuummee Ministira Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaa pirojektoota adda addaa daawwachuuf magaalaa Dirre Dawaa dhaqan.

Muummeen Ministira Abiyyi Ahimad (Dr.) Kitaaba ‘Mootummaa Ida’amuu’ jedhu barreessan

AMN PLUS - Hagayya 13/2017 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) Kitaaba falaasama Ida'amuu 4ffaa kan ta'e mata duree 'Motummaa Ida'amuu' jedhuun barreessan. Abiyyi Ahimad (Dr.) kana dura kitaabilee 3, Ida'amuu,…

Continue ReadingMuummeen Ministira Abiyyi Ahimad (Dr.) Kitaaba ‘Mootummaa Ida’amuu’ jedhu barreessan