Yuunivarsitiin Finfinnee Waggoottaan 75 darbaan keessatti hayyoota kuma 200 fi kuma 80 ol biyya fi addunyaaf gumaacheera

AMN PLUS- Bitootessa 30/2017 Yuunivarsitiin Finfinnee Waggoottaan 75 darbaan keessatti hayyoota kuma 200 fi kuma 80 ol biyya fi addunyaaf gumaachuu beeksiseera. Yuunivarsitiin Finfinnee waggoottaan jijjiraamaa as rifoormii dhabbilee barnootaa…

Continue ReadingYuunivarsitiin Finfinnee Waggoottaan 75 darbaan keessatti hayyoota kuma 200 fi kuma 80 ol biyya fi addunyaaf gumaacheera

Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) Dura taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa Mahaammud Alii Yusuuf waliin mari’atan

AMN – Bitootessa 30/2017 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) Dura taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa Mahaammud Alii Yusuuf waliin mari’ataniiru. Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) ergaa karaa miidiyaa hawaasaa isaaniin dabarsaniin…

Continue ReadingMinistirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) Dura taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa Mahaammud Alii Yusuuf waliin mari’atan

Obbo Aganyoo Tashaagar Yaa’ii gamtaa Paarlaamaa idil addunyaarratti hirmaachaa jiru

AMN - Bitootessa 29/2017 Jilli Mana Maree Bakka Bu'oota Uumataa fi Federeeshinii Obbo Aganyoo Tashaagariin durfamu yaa’ii gamtaa Paarlaamaa idil addunyaa 150ffarratti hirmaachuuf Uzbeekiistaan, magaalaa Tashkentiii dhaqeera. Itoophiyaa bakka bu’uun…

Continue ReadingObbo Aganyoo Tashaagar Yaa’ii gamtaa Paarlaamaa idil addunyaarratti hirmaachaa jiru

Adeemsi ajandaa walitti qabuu Kutaalee hawaasaa Naannoo Amaaraan taasifamu itti fufeera

AMN - Bitootessa 29/2017 Adeemsi maree ajandaa walitti qabuu Kutaalee hawaasaa Naannoo Amaaraan taasifamu ittifufuusaa komishiniin maree biyyaalessaa Itiyoophiyaa beeksise. Komishinichi waltajjiin maree naannoo Amaaraa kutaaleen hawaasaa kaleessa Bitootessa 28…

Continue ReadingAdeemsi ajandaa walitti qabuu Kutaalee hawaasaa Naannoo Amaaraan taasifamu itti fufeera

Itoophiyaan ummattoota Sudaan Kibbaa deeggaruuf kutannoo qabdu cimsitee itti fufti- Abiyyi Ahimad (Dr.)

AMN - Bitootessa 29/2017 Itoophiyaan ummattoota Sudaan Kibbaa deeggaruuf kutannoo qabdu cimsitee kan itti fuftu ta’uu Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) ibsan. Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) ergaa karaa miidiyaa…

Continue ReadingItoophiyaan ummattoota Sudaan Kibbaa deeggaruuf kutannoo qabdu cimsitee itti fufti- Abiyyi Ahimad (Dr.)

Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) nageenyi naannoo Tigraayitti argame boodatti akka hin deebineef of eeggannaafi hoggansaa olaanaa Obbo Geetaachoo Raddaa taasisan galateeffatan

AMN – Bitootessa 29/2017 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) ergaa karaa miidiyaa hawaasaa isaaniin dabarsaniin Obbo Geetaachoo Raddaa waggoota lamaan darban Pirezidaantii Bulchiinsa Yeroo Naannoo Tigraay ta’anii wayita bulchaa turan…

Continue ReadingMinistirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) nageenyi naannoo Tigraayitti argame boodatti akka hin deebineef of eeggannaafi hoggansaa olaanaa Obbo Geetaachoo Raddaa taasisan galateeffatan

Mootummaan naannoo Oromiyaa Tiraaktaroota Meeshaalee guutuu waliin Qonnaan bultootaf dabarseera

AMN PLUS- Bitootessa 29/2017 Mootummaan Naannoo Oromiyaa oomishaaf oomishtummaa qonna naannichaa guddisuuf xiyyeeffannaa olaanaan hojjechaa jira. Kana caalmatti milkeessuufis qonna Naannichaa ammayyeessuun makaanayzeeshiniin qonnaan deeggaramuufi galtee oomisha qonnaa irratti xiyyeeffachuun…

Continue ReadingMootummaan naannoo Oromiyaa Tiraaktaroota Meeshaalee guutuu waliin Qonnaan bultootaf dabarseera

Lammiileen Itoophiyaa Kumni 3 fi 400 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’an

AMN - Bitootessa 29/ 2017 Lammiileen Itoophiyaa Kumni 3 fi 400 Saa'ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan gara biyyaa deebi'uun himameera. Balalii marsaa 9’n lammileen gara biyyaatti deebi’an hundumtuu dhirota…

Continue ReadingLammiileen Itoophiyaa Kumni 3 fi 400 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’an

Dorgommii walakkaa maaraatoonii Barliiniin Atileetonni Itoophiyaa injifatan

AMN – Bitootessa 28/2017 Dorgommii fiigicha walakkaa maaraatonii Barliiniin Atileetoonni Itoophiyaa koorniyaa lamaaniin injifataniiru. Fiigicha Walakkaa maaraatoonii dhiirotaan Atileet Gammachuu Didhaa daqiiqaa 58:43 galuun injifateera. Fiigicha dubartootaan Atileet Footyeen Tasfaay…

Continue ReadingDorgommii walakkaa maaraatoonii Barliiniin Atileetonni Itoophiyaa injifatan

Naannoo Amaaraatti xaa’oon qonnaan bultootaaf raabsamaa jira

AMN – Bitootessa 28/2017 Naannoo Amaaraatti xaa’oon qonnaan bultootaaf raabsamaa jiraachuu Abbaan Taayitaa Babal’ina Waldaalee Hojii Gamtaa Naannichaa beeksise. Abbaa Taayitichaatti Daareektarri Dhiheessii fi Gabaa Alamzawud Simeenee xaa’oo naannicha dhiheessuuf…

Continue ReadingNaannoo Amaaraatti xaa’oon qonnaan bultootaaf raabsamaa jira