Boordiin Investimantii Oromiyaa Abbootii Qabeenyaa kuma 2 fi 500 oliif lafa Investimantii murteesse

AMN PLUS- Bitootessa 9/2017 Boordiin Investimantii Oromiyaa Abbootii Qabeenyaa kuma 2 fi 500 ol, Kaappitaala Birrii Biiliyoona 72 ol galmeessaniif lafa Investimantii murteesseera. Boordichi walgahii har'a taa'een Abbootii Qabeenyaa biyya…

Continue ReadingBoordiin Investimantii Oromiyaa Abbootii Qabeenyaa kuma 2 fi 500 oliif lafa Investimantii murteesse

Naannoo Oromiyaatti Xaa’oo kuntaala mil.10.5 dhiyeessuuf hojjetamaa jira

AMN PLUS- Bitootessa 9/2017 Naannoo Oromiyaatti Xaa'oo kuntaala mil.10.5 dhiyeessuuf hojjetamaa jiraachuu ibsameera. Ejensiin Babal'ina Waldaa Hojii Gamtaa Oromiyaa dhiyeessaa fi raabsaa xaa'oo bara 2017/18 ilaalchisuun miidiyaaleef ibsa kenneera. Hoogganaan…

Continue ReadingNaannoo Oromiyaatti Xaa’oo kuntaala mil.10.5 dhiyeessuuf hojjetamaa jira

Giddugalli Leenjii Loltummaa Huursoo miseensota raayyaa Kabachiisa Nageenyaa eebbisiie

AMN PLUS- Bitootessa 9/2017 Raayyaan Ittisa Biyyaa Giddugala Leenjii Loltummaa Huursootti miseensota raayyaa nageenya kabachiisan eebbisiiseera Sagantaa eebbaa kanarratti kan argaman Raayyaa Ittisa Biyyaatti Hogganaan Qajeelcha Olaanaa Mahaandisii Leetenaal Jeneraal…

Continue ReadingGiddugalli Leenjii Loltummaa Huursoo miseensota raayyaa Kabachiisa Nageenyaa eebbisiie

Daandiin Qilleenssa Itoophiyaa Xiyyaara balallii VIP fi Chaartarii addaaf oolu gara biyyaatti galche

AMN PLUS- Bitootessa 8/2017 Daandiin Qilleenssa Itoophiyaa Xiyyaara balallii VIPi fi Chhartarii addaaf oolu Boiyiingii Buzinasii 737- 800 guyyaa har'aa gara biyyaatti gahachuusaa beeksiseera. Xiyyaarri bizinasii kun keesattuu Afrikaa keessatti…

Continue ReadingDaandiin Qilleenssa Itoophiyaa Xiyyaara balallii VIP fi Chaartarii addaaf oolu gara biyyaatti galche

Lammileen Itoophiyaa 53 Biyya Maayinaamaaritti haalaa mijataa hintaane keessa turan gara biyyaatti deebi’an

AMN PLUS- Bitootessa 8/2017 Mootummaan diploomaasii lammiilee irraatti xiyyeeffatee socho’uun lammileen Itoophiyaa 53 Biyya Maayinaamar keessatti haalaa mijata hintaane keessa turan gara biyyaatti deebisuun danda’ameera. Lammileen Itoophiyaa kunneen ukkafamuu Maayinaamaarii…

Continue ReadingLammileen Itoophiyaa 53 Biyya Maayinaamaaritti haalaa mijataa hintaane keessa turan gara biyyaatti deebi’an

Sirni Ifxaaraa Guddichi daandiirraa 5ffaan Magaalaa Finfinnee Addabaabaa’ii Masqalaatti gaggeeffameera.

AMN PLUS-Bitootessa 7/2017 Sirni Ifxaaraa Guddichi daandiirraa 5ffaan Magaalaa Finfinnee Addabaabaa'ii Masqalaatti gaggeeffameera. Dorgommiin Hafzii Qur’aanaa biyyoolessaa jalqabaa fi sirni Ifxaaraa Daandiirraa guddichi 5ffaa Mana Maree Waliigalaa Dhimma Islaamummaa Itoophiyaatiin…

Continue ReadingSirni Ifxaaraa Guddichi daandiirraa 5ffaan Magaalaa Finfinnee Addabaabaa’ii Masqalaatti gaggeeffameera.

Mootummaan Federaalaa Waliigaltee Piriitooriyaa gutumaa gututti hojii irra oolchuuf xiyyeeffannoon hojjechaa jira- Geediyoon Ximootiwoos (Dr.)

AMN PLUS- Bitootessa 5/2017 Mootummaan Federaalaa waliigaltee Piritooriyaa guutumaa guututti hojii irra oolchuuf xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu isaa Minisirri Dhimma Alaa Geediyoon Ximootiwoos (Dr.) ibsaniiru. Dhimma waqtaawaa Naannoo Tigraayi ilaachisee dippiloomatoota…

Continue ReadingMootummaan Federaalaa Waliigaltee Piriitooriyaa gutumaa gututti hojii irra oolchuuf xiyyeeffannoon hojjechaa jira- Geediyoon Ximootiwoos (Dr.)

Rakkoo Nageenyaa Naannoo Tigraayitti uumame furuuf hundumtuu qooda fudhachuu qaba -Obbo Geetaachoo Raddaa

AMN PLUS- Bitooteessa 4/2017 Rakkoo Nageenyaa Naannoo Tigraayitti uumame furuuf hundumtuu qooda fudhachuu akka qabu Pirezidaantiin Bulchiinsa Yeroo Naannoo Tigraayi Obbo Geetaachoo Raddaa waamicha dhiyeessaniiru Obbo Geetaachoon dhimma yeroo Naannoo…

Continue ReadingRakkoo Nageenyaa Naannoo Tigraayitti uumame furuuf hundumtuu qooda fudhachuu qaba -Obbo Geetaachoo Raddaa

Fayyadamummaa qonnaa bulaa waaraan mirkaneessuufi al-ergi oomisha qamadii guddisuuf misoomni qonna jal’isii oomisha qamadii bonee gahee guddaa qaba- Tashoomaa Addunyaa (Dr.)

AMN PLUS- Bitootessa 4/2017 Fayyadamummaa qonnaa bulaa waaraan mirkaneessuufi al-ergi oomisha qamadii guddisuuf misoomni qonna jal'isii oomisha qamadii bonee gahee guddaa akka qabu Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Tashoomaa Addunyaa (Dr.)…

Continue ReadingFayyadamummaa qonnaa bulaa waaraan mirkaneessuufi al-ergi oomisha qamadii guddisuuf misoomni qonna jal’isii oomisha qamadii bonee gahee guddaa qaba- Tashoomaa Addunyaa (Dr.)