‎Itoophiyaan hojii magariisummaan biyyoota miseensa IGAD’f hojii fakkeenya ta’u hojjechaa jirti – Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo

‎AMN PLUS - Sadaasa 12/2018 ‎Badhaasni miidiyaalee biyyoota miseensa dhaabbata IGAD ALAtti Sadaasa 29 hanga 30tti miidiyaalee gabaasa sirriifi dhiibbaa gaarii uuman hojjechaa turaniif kan kennamu ta'uu ibsame ‎Badhaasni kun…

Continue Reading‎Itoophiyaan hojii magariisummaan biyyoota miseensa IGAD’f hojii fakkeenya ta’u hojjechaa jirti – Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo

Rakkoo Sudaaniif deebiin Idil Addunyaa qindaa’e barbaachisa- Doktar Warqinaa Gabayyoo

AMN PLUS- Sadaasa 10/2018 Walitti bu’insi Sudaan furmaata waaraa akka argatuuf Hawaasni Idil-Addunyaa deebii qindaa’e akka kennuuf Barreessaan olaanaan IGAD Dr. Warqinaa Gabayyoo waamicha dhiheessan. Foramiin jila addaa 2ffaa IGAD…

Continue ReadingRakkoo Sudaaniif deebiin Idil Addunyaa qindaa’e barbaachisa- Doktar Warqinaa Gabayyoo

Sagaleen Afriikaa addunyaa irratti dhageettii argateera- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

AMN PLUS – Sadaasa 5/2018 Afrikaan konfiraansii Jijjiirama Qilleensaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii (COP 30) bara 2025 Biraazil Beelem keessatti gaggeeffame irratti sagalee tokkoon dubbattee addunyaan dhaggeeffatteetti jedhan Ministirri Muummee FDRI…

Continue ReadingSagaleen Afriikaa addunyaa irratti dhageettii argateera- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

AU fi UN nagaa, tasgabbiifi misooma waaraa mirkaneessuuf waliin hojjachuu akka itti fufan ibsan

AMN PLUS-Sadaasa 4/2018 ‎ ‎ Gamtaan Afriikaa (AU) fi Dhaabbatni Mootummoota Gamtoomanii (UN) nagaa, tasgabbiifi misooma waaraa mirkaneessuuf hariiroo qaban daran cimsuun waliin hojjachuu akka itti fufan beeksisaniiru. Yaa’ii waloo…

Continue ReadingAU fi UN nagaa, tasgabbiifi misooma waaraa mirkaneessuuf waliin hojjachuu akka itti fufan ibsan

Afriikaan rakkoo misoomaa furuuf AItti haalaan fayyadamuu akka qabdu ibsame

AMN PLUS - Sadaasa 4/2018 Afriikaan rakkoo misoomaa ishee furuuf Hubannoo Namtolchee (AI)tti haalaan dhimma bahuu akka qabdu Pirezidaantiin Riwaandaa Pool Kaagaamee ibsaniiru. Pirezidaantichi kana kan ibsan Yaa’ii Afriikaa Ceesisuu…

Continue ReadingAfriikaan rakkoo misoomaa furuuf AItti haalaan fayyadamuu akka qabdu ibsame

Jalqabbiin Ashaaraa Magariisaa Itoophiyaa, Ruwaandaa ga’eera

AMN Plus - Onkoloolessa 17/2018 Ruwaandaan tibba gannaa bara 2024-2025tti biqiltuu miiliyoona 65 dhaabuuf duula jalqabsiiste. Duulli kun mata duree "Biqiltuu Dhaabaa, Kunuunsaa Guddisaa, Dachee Baraaraa" jedhuun eegalame. Inisheetiiviin kun…

Continue ReadingJalqabbiin Ashaaraa Magariisaa Itoophiyaa, Ruwaandaa ga’eera

‎Walitti dhufeenyi biyyoota Afrikaa gama investimentiin cimuu qaba – Geediyoon Xiimotiwoos (PhD)

‎AMN PLUS - Onkololeessaa 15/2018 ‎Fooramiin Xaanaa 11ffaan Magaalaa Finfinee Yaadannoo Injifannoo Aduwaatti har'a taa'amuu eegale. Firamicha irratti hoggantoonni, ministeerotni haajaa alaa, bakka buutonni addaa, hayyoonnii fi qooda fudhattoonni hirmaachaa…

Continue Reading‎Walitti dhufeenyi biyyoota Afrikaa gama investimentiin cimuu qaba – Geediyoon Xiimotiwoos (PhD)