Sanyii Hidda Dhaloota Koloneel Abdiisaa Aagaa Miseensa Humna Qilleensaa Ameerikaa – Soolan Adgoolliny (Maqoo Masoo: Jigsaa)

‎AMN PLUS - Guraandhala 03/2018 Dargaggoo Maqaa Masoo Jigsaa jedhu argate Soolan Adgoolliny Humna Qilleensa Amerikaa keessatti barattoota 800 keessaa sadarkaa haga sadii keessa kan seene eenyu? Soolan Lixa Oromiyaa…

Continue ReadingSanyii Hidda Dhaloota Koloneel Abdiisaa Aagaa Miseensa Humna Qilleensaa Ameerikaa – Soolan Adgoolliny (Maqoo Masoo: Jigsaa)

Dargaggoo Naayiroobii ofii da’oo hin qabne, garuu simbiraaf da’oo ta’e

AMN PLUS- Amajjii 27/2018 Abbaa Simbirroo Naayiroobii ‘Nairobi Birdman’ jedhaniin, dargaggeessa daandiiwwan magaalaa Guddoo Keeniyaa Naayirobii dawoo godhatee, simbirrootaaf ammoo dawoo ta’uuf kanaan. Roojers Ooluu Maagotaa jedhama. Dargaggeessi ganna 27,…

Continue ReadingDargaggoo Naayiroobii ofii da’oo hin qabne, garuu simbiraaf da’oo ta’e

Qaama miidhamaa kalaqa hedduun beekamtii argate Injinar Gaaddisaa Saanii “Rookkeetii kalaquuf mul’atan qaba” jedheera.‎

AMN PLUS- Mudde 23/2018 ‎Dhaabbata maashinoota gosa adda addaa oomishuun sadarkaa Oromiyaafi Federaalaatti beekamtii horachuu Injinar Gaaddisaa Saanii dubbateera. Injinar Gaaddisaan AMN PLUS Qophii Carraaqqataa irratti turtii taasiseen ‎qaama miidhamaa…

Continue ReadingQaama miidhamaa kalaqa hedduun beekamtii argate Injinar Gaaddisaa Saanii “Rookkeetii kalaquuf mul’atan qaba” jedheera.‎

‎Pilaastika gatame funaanuutii hanga namoota 20’f carraa hojii uumuutti

‎AMN PLUS -Mudde 8/ 2018 ‎Pilaastika gatame funaanuun qarshii Kuma 30'n hojii eegaluun amma Miliyoona 2 ol horachuu akka danda'e Dura Taa'aan Waldaa Roorrisaa Mabraatuufi Hiriyoota isaa ibseera. ‎Dargaggoo Mabraatuu Mulugeetaa…

Continue Reading‎Pilaastika gatame funaanuutii hanga namoota 20’f carraa hojii uumuutti

Maqaa ijoolleesaa ‘Biltsiginnaa, Maddamarii fi Kooriidar” jechuun abbaa moggaase

AMN PLUS- Mudde 7/2018 Barsiisaa Ashannaafii Taaddasaa jedhama. Naannoo Giddugaleessa Itoophiyaa, Magaalaa Hosaanaa jiraata. Moggaasni maqaa ijoollee isaa jiraattota Hosaanaa qofa miti kan ajaa’ibsiise, keessummoota Ayyaana Sabaafi Sablammootaaf garas imalanis…

Continue ReadingMaqaa ijoolleesaa ‘Biltsiginnaa, Maddamarii fi Kooriidar” jechuun abbaa moggaase

‎Hojjettuun sa’aatii hojii dursuun waajjira seentu maaliif hojiirraa ari’amte?

AMN PLUS- Mudde 2/2018 ‎Ispeenitti tibbana maal ta’e seetan? Hojjattuun osoo sa’aatiin hojii hin ga’in, waajjira seenti.  Itti gaafatamaan ishee ammoo, “sa’aatiinhoo hin geenye, maaliif yeroo seenuu qabdu dursitee waajjira…

Continue Reading‎Hojjettuun sa’aatii hojii dursuun waajjira seentu maaliif hojiirraa ari’amte?

Lammiin Yugaandaa gaanfa beeyiladaa irraa kishaafaa hojjete

‎AMN PLUS - Sadaasa 5/2018 ‎Yugaandaatti hojii kishaafaa hojjechuu irratti dhaabbanni bobba'e gaanfa beeyiladaa caccabaa fayyadamuun kishaafa mijaawaa oomishuun ibsame. ‎Magaalaa guddoo Kaampaalaatti guyya guyyaan horii qalmaa heedduun nyaataaf waan…

Continue ReadingLammiin Yugaandaa gaanfa beeyiladaa irraa kishaafaa hojjete