Sanyii Hidda Dhaloota Koloneel Abdiisaa Aagaa Miseensa Humna Qilleensaa Ameerikaa – Soolan Adgoolliny (Maqoo Masoo: Jigsaa)
AMN PLUS - Guraandhala 03/2018 Dargaggoo Maqaa Masoo Jigsaa jedhu argate Soolan Adgoolliny Humna Qilleensa Amerikaa keessatti barattoota 800 keessaa sadarkaa haga sadii keessa kan seene eenyu? Soolan Lixa Oromiyaa…