Hojii jireenya namootaa jijjiiru hojjenneerra – Kantiibaa Adaanech Abeebee
AMN - Sadaasa 30/2017 Jiraattota keenya Kaazaanchisitti mandara jaaree fi mijataa hin taane keessa jiraataa turan mandara sanaa baasuun gara naannawa mijataa fi jireenyaaf tolutti jijjiiruun hojii jireenya namootaa jijjiiru…