Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo ayyaana Faasikaa sababeeffachuun ollaawwan isaanii kanaan dura Kaazaanchiis jiraataa turan Galaan Guuraatti argamuun baga ayyaana Faasikaa geessan jechuun maaddii qoodaniiru.
Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo daawwannaan booda sagantaa maaddii qooduu qopheessuun ergaa jiraattota keenyaaf dabarsaniif maqaakootiifi maqaa jiraattota keenyaan galateeffachuun barbaada. Ayyaana Gaarii !! Kantiibaa…