Mootummaan Naannoo Oromiyaa magaalota gara wiirtuu dinagdeetti ceesisuuf hojjechaa jira- Obbo Shimallis Abdiisaa

AMN PLUS - Mudde 30/ 2018 Mootummaan Naannoo Oromiyaa magaalota gara wiirtuu dinagdeetti ceesisuuf hojjechaa jira jedhan Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan. Obbo Shimallis Abdiisaan ergaa miidiyaa hawaasummaa…

Continue ReadingMootummaan Naannoo Oromiyaa magaalota gara wiirtuu dinagdeetti ceesisuuf hojjechaa jira- Obbo Shimallis Abdiisaa

Milkaa’inootni argaman mallattoo cichoomina hooggansaati – Biqilaa Hurrisaa (PhD)

AMN PLUS- Muddee 2 /2018 Hoggansii jijjiramaa yaada hara'aan karoorsee hojjetee hojjechiisuun waggotaa muraasa keessatti injifaannowwan gurguddaa galmeessisuu dandaa'eera jedhaan, Sadarkaa Miniistraatti Qindeessaan Giddugala Ijaarsa Sirna Dimokiraasii Biqilaa Hurrisa (PhD). Biyyi qabeenya…

Continue ReadingMilkaa’inootni argaman mallattoo cichoomina hooggansaati – Biqilaa Hurrisaa (PhD)

Finfinneetti sagantaan goolaba kabaja Ayyaana Saboota, Sab-Lammootaafi Uummattoota Itoophiyaa 20ffaa adeemsifamaa jira

‎AMN PLUS- Sadaasa 20/2018 Ayyaanni Saboota, Sab-lammootaafi Uummattoota Itoophiyaa 20ffaa sirnoota garaa garaatiin sadarkaa magaalaa Finfinneetti kabajamaa ture, har'a goolaba isaa argata. ‎Guyyaan kun Magaalaa Finfinneetti sektaroota garaa garaafi kutaalee…

Continue ReadingFinfinneetti sagantaan goolaba kabaja Ayyaana Saboota, Sab-Lammootaafi Uummattoota Itoophiyaa 20ffaa adeemsifamaa jira

Afdeeraatti sagaleen dhoo’iinsaa guddaan dhaga’amuun haarri samiirraa mul’ate

AMN PLUS - Sadaasa 14/2018 Naannoo Affaar, Aanaa Afdeeraatti, sagaleen dhoo'iinsa Voolkaanoo fakkaatu dhaga'amuun haarri samiirraa mul'ate Bakka bu'aan Bulchaa Aanaa Afdeeraa Obbo Mohaammad Sayid AMN Dijitaaliif akka himanitti, sagaleen…

Continue ReadingAfdeeraatti sagaleen dhoo’iinsaa guddaan dhaga’amuun haarri samiirraa mul’ate

Itoophiyaan bara 2050tti biyyoota diinagdee guddaa addunyaa dhuunfatan 20 keessaa tokko gochuuf abjuun qabame AI’n akkamiin milkaa’a? ‎

AMN PLUS-Sadaasa 10/2018 Itoophiyaan bara 2050tti biyyoota gurguddoo addunyaa diinagdeen badhaadhan 20 keessaa tokko ta'uuf wixinatteetti. Maarree kun kan milkaa'u damee hubannoo namtolcheetiin yoo ta'eedha jedhan Ministirri Muummee FDRI Abiyyi…

Continue ReadingItoophiyaan bara 2050tti biyyoota diinagdee guddaa addunyaa dhuunfatan 20 keessaa tokko gochuuf abjuun qabame AI’n akkamiin milkaa’a? ‎

Kalaqni, ariitiifi qulqullinni yeroo mara qajeelfama hojii ta’uu qabu- Obbo Tamasgeen Xurunaa

AMN PLUS- Sadaasa 3/2018 Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan Kalaqni, ariitiifi qulqullinaan hojjechuun yeroo mara qajeelfama hojii ta’uu qabu jedhan. Obbo Tamasgeen Xurunaan ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin,…

Continue ReadingKalaqni, ariitiifi qulqullinni yeroo mara qajeelfama hojii ta’uu qabu- Obbo Tamasgeen Xurunaa

“Kitaaba biyyakoof ta’u barreessan jira, yoo fedha waaqaa ta’e dhiyeenya nan xumura” Komishinar Lalisee Dhugaa

‎AMN Plus- Onkoloolessa 25/ 2018 ‎Muuxannoolee biyyoota addaddaa walitti fiduun Oromiyaa Kaartaa Turizimii Addunyaarratti mul'isuuf sochii eegalametti kan makaman barii jijjiiramaati. Finfinneetti dhalatanii guddatan, achiis waggoota 20 oliif dhaabbilee idil…

Continue Reading“Kitaaba biyyakoof ta’u barreessan jira, yoo fedha waaqaa ta’e dhiyeenya nan xumura” Komishinar Lalisee Dhugaa

AMN Mana Maree Magaalaa Finfinneerraa beekamtiifi badhaasa argate

AMN Plus – Onkoloolessa 03/2018 Manni Maree Magaalaa Finfinnee Addis Miidiyaa Neetiwork dabalatee dhaabbilee mootummaa itti waamamni isaanii mana marichaaf ta'an Shaniif beekkamtiifi badhaasa kenneera. ‎AMN Sagaleen Dhalootaa sochiiwwan magaalaa…

Continue ReadingAMN Mana Maree Magaalaa Finfinneerraa beekamtiifi badhaasa argate