Fiilmii “Soolanee” Ameerikaatti badhaafame Daayirektarummaafi Taatoo ta’uun kan hojjete Artist Fiqaaduu Daadhii eenyu?
Yeroo barataa turetti diraamaa hojjachuu, baacoo himuu, walaloo dhiyeessuu akkasumas waltajjii beeksisuutiin kan eegale Artisti Fiqaaduu Daadhii jaalalli aartiif qabu dabalaa deemuun gara ogummaa kanatti akka seene dubbateera. Barnoota qophaa’inaa…