“Akka yaaddofne miti, wanti hundi faallaadha” – Jiraattota Misoommaaf Bakki Jijjiirameef

AMN PLUS- Mudde 15/2018 Magaalaa Finfinneetti misoomaaf jiraattonni bakka jireenyaa jijjiirratan, manneen jireenyaa qofa osoo hin taane carraan hojii uumameefi hojiiwwan adda addaa irratti boba'anii akka jiran ibsaniiru. ‎Isaanis carraa…

Continue Reading“Akka yaaddofne miti, wanti hundi faallaadha” – Jiraattota Misoommaaf Bakki Jijjiirameef

haabbanni Diimokiraatawaa Galaana Diimaa Affaar dhiittaa mirga namoomaa mootummaan Eertiraa raawwatu balaaleffate

AMN PLUS-Mudde 15/2018 Dhaabbanni Diimokiraatawaa Galaana Diimaa Affaar, dhiittaa mirga namoomaa bal’inaan Mootummaan Eertiraa uummata Affaar qarqara Galaana Diimaa jiraaturratti raawwachaa jiru ilaalchisee miidiyaaleef ibsa kenneera. Ibsicha kan kennan Dura…

Continue Readinghaabbanni Diimokiraatawaa Galaana Diimaa Affaar dhiittaa mirga namoomaa mootummaan Eertiraa raawwatu balaaleffate

Hoggansa fageessee yaaduun jijjiirama Itoophiyaa galmeessaa jirra- Biqilaa Hurrisaa (PhD)

AMN PLUS-Mudde 15/2018‎‎Iccitiin jijjiirama biyya Itoophiyaa inni guddaan hoggansa fageessee yaadu qabaachuu akka ta’e, Sadarkaa Ministiraatti Qindeessaan Ijaarsa Sirna Dimokraasii Biqilaa Hurrisaa(PhD) ibsaniiru.‎‎Turtii Qophii Addaa AMN PLUS waliin taasisaniin, hoggansi…

Continue ReadingHoggansa fageessee yaaduun jijjiirama Itoophiyaa galmeessaa jirra- Biqilaa Hurrisaa (PhD)

Appilikeeshiniin bilbilaa Kitaabota Ida’amuu maal of keessaa qaba?

AMN PLUS- Mudde 15/2018 Sirna jalqabsiisa Appilikeeshinii Bilbilaa Kitaabota Ida’amuu kaleessa bakka Itti gaafatamtuun Seekireetariyaatii Billanee Siyyum fi gabaastotni Waajjira Ministira Muummee argamanitti adeemsifameera. Billanee Siyyum sagantaa kana irratti Kitaabotni…

Continue ReadingAppilikeeshiniin bilbilaa Kitaabota Ida’amuu maal of keessaa qaba?